Uggurri boba’aa biyya alaa irraa akka hin seennee fi biyya keessaas akka hin sochoone torbee tokkoof jalqabame hardha guyyaa 3f lakkofsiseera. Guyyoota sadiin kana keessatti iddoo adda addaatti buufataaleen hanqina boba’aa uumameen cufama jiraatuu odeeffannoon argame ni addeessa.
Related Posts
Konkolaattonni boba’aa raabsanis sochii tokko kan godhaa hin jiree fi kan fe’atanis bakka jiranitti fe’umsa waliin dhaabatuun beekameera.