header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Afooshaan Wal deeggarsa Ashamaa Jimmaa dhalattoota Harargee magaalaa Jimmaatti qubsiifamaniif deeggarsa godhe

Afooshaan kun eega hundeeffamee ji’a muraasa qofa akka taheefi,  kaayyoo isaa keessaa tokko tola ooltummaa  tahuu ibsame.  Haaluma kanaan Jum’aa kaleessaa dhalattoota Harargee naannoo Isaanii irraa buqqifamanii magaalaa Jimmaa keessaatti qubsiifaman kan ziyaare yoo tahu, huccuu gatiin tokko birrii 220 ta’e dubartoota 320’f walumaa galatti birrii 70,400’n bituun deeggarsa kan godheef tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Waldaan kun fuulduraafis haluuma walfakkaatuun hojii deeggarsaa kana cimsee kan itti fufu tahuus ibsamera.

Afooshaa Ashamaa jimmaa

 

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button