-
Eeshiyaa

Kooriyaan Kaabaa misaa’ela haaraya kan hojjataa jirtu tahuu Ameerikaan beeksifte
Hooggantoonni Ameerikaa fi Kooriyaa Kaabaa dhimma misaa’ela Kooriyaa Kaabaa ilaalchisee June 12/2018 waliigaltee mallatteessuun isaanii ni yaadatama. Hooggantoonni lamaan Sulula…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hidhattoonni 40 eenyummaan Isaanii hin beekamin buufata Xiyyaaraa Maqaleetti qabaman
Xiyyaarri Antoonoov kan hidhattoota eenyummaan isaanii hin beekamin fe’ate ganama har’aa Maqalee qubate. Asxaan uffataa fi Mallayyoo hidhattoota buufata Xiyyaara…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Somaaliyaa fi Eertiraan hariiroo biyyoota lamaanii kan waggoota dheeraaf addaan citee ture haaromsuuf walii galan
Ministeerri Odeeyfannoo Eertiraa Yamaane Gabramasqal ibsa fuula twitter isaa irratti maxxanseen, Prezdaantiin Somaaliyaa Muhammad Farmaajoo waggaa 15 booda daawwannaa seena…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Laa’os keessatti hidhaan lagaa cabee balaan guddaan mudate.
Kibba Laa’os keessatti wixata dabre hidhi lagaa elektrikii maddisiisu cabuun, naannoolee biyyattii hidha kanaa gaditti argaman keessatti lolaa hamaa uume.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Balaan Kirikira Lafaa Indoneezhiyaa keessatti muudate lubbuu namoota hedduu galaafate
Balaan Kirkira lafaa kun Indonezhiyaa Iddoola Lombok jedhamtutti kan muudate yoo tahu, lubbu namaa fi qabeenya irratti balaa hamaa kan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhalattoonni Oromoo Jibuutii keessa jiraatan gochi Sukkanneessaan nurratti raawwatamaa jira jedhan
Weerara Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee daanga Oromiyaa keessatti raawwate hordofuun, lubbuun nama hedduu darbuu fi lammiileen miliyoonaan lakkaa’aman immoo qe’ee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dr Abiy Ahmad itti aanaa preezdaantii Ameerikaa fi hooggantoota dhaabbiilee idil-Addunyaa waliin mari’ate
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Ameerikaa keessatti marii hawaasa Itoophiyaa waliin geggeessaa jiruun cinatti, qondaaltota Ameerikaa fi hooggantoota dhaabbiilee adda…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad dhaabbilee hawaasaa fi paartiilee Siyaasaa biyya alaa jiran waliin mari’ate
Jilli Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadiin durfamu lammiilee Itoophiyaa Ameerikaa Kaabaa jiraatan waliin mari’achuuf Khamiisa dheengaddaa gara Ameerikaa imale. Imala…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaant Lammaa Magarsaa kora Badr International irratti argaman
Kora Badri 18ffaa irratti Muummicha Ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa argaman. Korri Badri International guyyaa kaleessaa kan jalqabe.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Poolisiin Federaalaa Injinar Simmanyaw Baqqala rasaasaan rukutamee ajjeefamuu beeksise
Komishinar Janaraalli Komiishinii Poolisii Federaalaa Zeynuu Jamaal waaree booda ibsa kenneen, Injinar Simmanyaw Baqqala gurra bitaa duuba rasaasaan rukutamee ajjeefamuu…
Guutuu Dubbisi »










