-
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara Ameerikaa Imale
Imalli Dr Abiy kun ‘Imala tokkoomuu’ mooggaasa jedhu kan qabu yoo tahu, mataduree ‘Dallaa diiguun, Riqicha haa ijaarru’ jedhuun waltajjiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Injinar Simanyawu Baqqalaa Konkolaataa keessatti du’ee argame
Hojii Geggeessaan Hidha Guddicha Laga Abbaay Injinar Simanyawu Baqqalaa ganama har’a Adoleessa 26/2018 Finfinnee naannawa Addabaabaayii Masqalaatti konkolaataa Isaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waldaan Baatii Diimaa Emreets lammiilee Oromoo Qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deeggarsa birrii miliyoona 50.7 kenne
Deeggarsi waldaan Baatii Diimaa Emreets kenne kun, lammiilee Oromoo naannawa daangaa godinaalee Oromiyaa Gujii, Booranaa fi Baalee irraa buqqa’an deebisaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ustaaz Abubakar Ahmad gara Ameerikaa imale
Walitti Qabaan Koree Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Ustaaz Abubakar Ahmad Arba’aa Har’aa Ameerikaa seene. Hawaasni muslimaa biyya keenyaa magaalaa Washingtonii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aalimni Guddaan Biyya Keennaa Sheik Sa’id Ahmad Musxafaa gara biyyaatti deebi’uuf
Sheikh Sa’id roorroo mootummaan biyyattii isaan irraan gahaa ture jalaa baqatuun, waggoota 24 oliif biyya ormaa keessa jiraataa turan. Jijjiirama…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Konkolaataa magaalaa Saqqaa keessatti muudateen lubbuun nama 5 darbe
Ganama hardhaa Godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaa magaalaa Saqqaatti, Konkolaataan lama walitti bu’uun lubbuun namoota 5 battalumatti kan darbe yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hawaasni Muslimaa magaalaa Harar walgahii prezdaantiin majliisa naannichaa duraanii waame hordofuun mormii geggeesse
Torbee darbe keessa Manni Marii dhimmoota Islaamaa naannoo Hararii prezdaantii majliisa naannichaa kan ture Muhammad Saabit aangoo irraa kaasuun Sheikh…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni mootummaa Dambii Doolloo keessatti Dubartii ulfaa ajjeesse
Halkan edaa namoonni jaha dubartii ulfaa ciniinsuu irra turte qabatanii Bajaajiidhaan gara hospitaalaa imalaa osoo jiran, humnoonni mootummaa dhukaasa bananiin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itoophiyaa, Eertiraa fi Emreets, Abu Dabii keessatti mari’ataa jiru
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii guyyaa har’aa gara Abu Dabii imaluun Dhaaltuu Gonfoo Emreets Muhammad…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Yahuudonni Isra’eel 1000 tahan humnaan Mooraa Masjidal_Aqsaa weeraran
Qubattoonni Yahuudotaa 1000 ol tahan Alhada har’aa poolisoota Isra’eeliin deeggaramuun moora Masjiidal-aqsaa kan weeraran tahuu qondaaltonni Falasxiin beeksisan. Qondaala bulchiinsa…
Guutuu Dubbisi »










