-
Odeeyfannoo

Manni Murtii Jarmanii tokko himannaa Azaanni sagalee guddistuun akka hin godhamne jedhu kuffise
Biyya Jarmanii kutaa North Rhine-Westphalia jedhamtu keessatti bulchiinsi magaalaa Oer-Erkenschwick Azaanni sagalee guddistuun akka hin godhamne ugguree ture. Kanuma hordofuun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayirasii Koroonaatiin du’anii 200,000 caale
Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayirasiii Koornaatiin qabamanii miliyoona 6.8 darbuun, biyya addunyaa hunda dursaa jirti. Kutaa biyyattii akka Noorz Daakootaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Weerarri Vaayrasii Koroonaa biyyoota heddu keessatti deebi’ee babal’ataa jira
Weerarri vaayirasii koroonaa ji’a saddeet dura Chaayinaa keessatti ka’e, guutuu addunyaa keessatti tamsa’uun hanga har’aatti namoota miiliyoona 31 dhiyaatan irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 darbe
Sadarkaa Idil Addunyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 kan darbe yoo tahu, namoonni miiliyoona tokkotti dhihaatan ammoo sababa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Emreets fi Bahreeyn hariiroo dhoksaan Israa’el waliin tolfatanii turan ifatti labsan
Emreets fi Bahreeyn Kiibxata kaleessaa September 16, 2020, Washington DC keessatti hariiroo Israa’el waliin dhoksaan tolfatanii ifattti labsan. Sirna addaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Lammiilee Afrikaa miiliyoona 12 qorannoon godhameef jidduu miiliyoona 1.3 irratti vaayirasichi argamuu ibsame
Lammiilee Afrikaa miiliyoona 12 qorannoon godhameef jidduu miiliyoona 1.3 irratti vaayirasichi argamuu ibsameAfrikaatti hanga ammaatti qorannoowwan laabraatoorii vaayrasii koroonaa miiliyoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

-
Afrikaa

Suudaan Kibbaa Weerarri vaayirasii koroonaa Ityoophiyaa keessatti hammataa dhufuun kan isii yaaddeesse tahuu ibsite
Qondaaltonni fayyaa Suudaan Kibbaa biyya ollaa isaanii Itoophiyaa keessatti weerarri Covid-19 hammaachaa dhufuusaatiin yaaddahuu beeksisan. Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa guyyuu gara…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Mootummaan Keeniyaa Weerarri Covid-19 biyyattii keessatti hir’ataa jiraatuu beeksise
Prezdentiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan, kaleessa qondaaltota mootummaa biyyattii waliin haala tatamsa’ina dhibee Kooronaa ilaalchisee marii geggeesse irratti, tarkaanfiin mootummaan isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa tolchuuf tattaaffi godhamu irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksiste
Biyyoonni 150 ol Dhaabbata Fayyaa Addunyaa jalatti qindaahuun talaallii vaayrasii koroonaa tolchuu fi raabsuuf tattaaffi kan godhaa jiran yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi »









