-
Afrikaa

Mariin qophii wixinee sanada waliigaltee hidha laga Abbaay ilaalchisee geggeeffamaa ture waliigaltee malee xumurame
Mariin qophii wixinee sanada waliigaltee haala guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan hidha laga Abbaay ilaalchisee Waashingitan DCtti gaggeeffamaa ture waliigaltee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Salaalee anaa Dharraatti Koreen Majlisaa haarayatti hundaayuu gabaafame
Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee guyyaa kudha shan dura magaalaa Fichee keessatti haarayatti hundeeffamuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Manni marichaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Sagantaa Deeggarsa Muslimoota Magaalaa Mooxaatiif geggeessaa ture milkiin xumuruu beeksise
Haleellaa Shororkeessitoonni Naannoo Amaaraa Godina Gojjaam Bahaa Magaalaa Mooxaa keessatti Muddee 10/2012 raawwataniin, Masjiidota dabalatee qabeenyi hawaasa muslimaa heddu barbadaayuun…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Turkiyaan Waraana Mootummaa Suuriyaa rukutuu kan itti fuftu tahuu akeekkachiifte
Duula waraanaa mootummaan Suuriyaa naannawa Idlib keessatti geggeessaa jiru hordofuun, Turkiyaan baatii dabre irraa jalqabee finciltoota deeggaruun loltoota isii gara…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hoggantoonni Biyyoota Gamtaa Afrikaa Karooraa Traamp dhimma Baha Jiddu Galeessaa ilaalchisee baase kan hin deeggarre tahuu ibsan
Hoggantoonni Afrikaa “karoora nageenya Baha Jiddu Galeessaa”maqaa jedhuun, wixinee prezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Israa’elii fi Filisxeem ilaalchisuun dhiheesse kan hin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee hojii majliisaa aanaalee ijaruu cimsee itti fufuu gabaafame
Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee guyyaa kudhan dura magaalaa Fichee keessatti haarayatti hundeeffamuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Manni marichaa haarayatti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hoggantoonni biyyoota gara garaa kora Gamtaa Afrikaa irratti hirmaatuuf Finfinnee seenaa jiran
Korri hoggantoota Biyyoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan mata duree “Sagalee Qawwee Ukkaamsuu”jedhuun, Alhada boruu irraa eegalee guyyoota lamaaf Finfinnee keessatti gaggeeffama.…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imala gara Chaayinaatti godhu akka dhaabu gaafate
Gaazexaan biyyatti ‘Daily Nation’ jedhamu akka gabaasetti, Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa marii dhaabbanni The Atlantic Council Jedhamu Arba’aa kaleessaa Washington DC…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Walga’iin ministeerota haajaa alaa biyyoota Afrikaa Finfinnee keessatti jalqabame
Walga’iin ministeerota haajaa alaa biyyoota Afrikaa kun har’a galma Gamtaa Afrikaa keessatti kan jalqabame yoo tahu, guyyoota lamaaf kan geggeeffamu…
Guutuu Dubbisi »










