-
Odeeyfannoo

Dhibeen Chikungunya jedhamu Magaalaa Dirree Dhawaa keessatti babal’atuu ibsame
Hogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Dirree Dawaa Dr. Fu’aad Kadiir dhibee Chikungunya magalattii keessatti ka’e ilaalchisee ibsa har’a kenneen, hanga ammaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mariin Nageenyaa Ameerikaa fi Xaalibaan Qaxar keessatti geggeessaa turan walii galtee malee xumurame
Ameerikaa fi Xaalibaan lola Afgaanistaan keessatti waggoota 18’f walirratti geggeessaa jiran goolabuuf, marii nageenyaa marsaa 8ffaa torbaan tokko dura Qaxr…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Goondar Kibbaa keessatti Lagni Rib guutee dhangala’uun namaa fi qabeenya irratti miidhaa dhaqabsiise
Naannoo Amaaraa godina Goondar Kibbaa aanaa Liiboo Kamakamitti lagni Rib guutudhaan namaa fi qabeenya irratti miidhaan dhaqabuu odeeyfannoon ni mul’isa.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lafa Masjiidaa Kaaree Meetra 4000 hawaasa muslimaatiif kenne
Itti aanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee injinar Taakkalaa Uumaa guyyaa hardhaa naannawa Labuu iddoo Vaarneeroo jedhamu dhaquun, bakka masjiidni Aliif dheengadda…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Lammiileen Falasxiin magaala Alqudsi fi naannawa isii hundi salaata Iidul-Ad’haa Masjiid al-Aqsatti qofa tokkummaan salaatuuf kan qophaayaa jiran tahuu ibsame
Dhaabbiileen Falasxiin sadi ibsa har’a baasaniin, Alhada iftaanii masjiidonni Al-Qudsi fi naannawa isii hundi kan cufaman akka tahee fi Salaatni…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Suuriyaa Kaaba biyyattii keessatti naannawa sochii waraanaa irraa bilisa tahe hundeessuuf walii galtee Ameerikaa fi Turkiyaan mallatteessan kan hin fudhanne tahuu beeksise
Turkiyaa fi Ameerikaan Kaabaa Suuriyaa keessatti naannawa sochii waraanaa irraa bilisa tahe hundeessuuf kan walii galan tahuu guyyaa kaleessaa ibsanii…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Lammiileen Ityoophiyaa 250 ol tahan Afrikaa kibbaa magaalaa Johannesburg keessatti hidhamuu gabaafame
Afrikaa Kibbaa magaalaa Johannesburg keessatti guyyaa kaleessaa poolisiin biyyattii lammiilee biyyoota Afrikaa gara garaa 600 ol tahan, seeraan ala biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota baha Afrikaa rakkoo caamaatiif saaxilamaniif deeggarsa yuuroo miiliyoona 50 kan kennu tahuu ibse
Hanqina roobaatiin wal qabatee rakkoo Caamaa naannawa baha Afrikaa keessatti muudateen, hawaasni naannichaa keessumattuu horsiisee bulaan beelaa fi hanqina bishaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Kooriyaan Kaabaa toora interneetii Cabsuun (Cyber attack) Dolaara Biiliyoona lama ol kan saamte tahuu gabaafame
Kooriyaan Kaabaa toora interneetii biyyoota hedduu Cabsuun (Cyber attack) Doolara Biiliyoona lama ol eega saamtee booda, maallaqa kana ijaarsaa meeshaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Paakistaan hariiroo Diplomasii fi Daldalaa Indiyaa waliin qabdu addaan kutuu beeksiste
Muummichi ministeera Paakistaan har’a qondaaltota nageenya biyyattii waliin dhimma Kashimiir irratti eega mari’atee booda, biyyi isaa hariiroo Dipilomasii Indiyaa waliin…
Guutuu Dubbisi »










