header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Baalaa Fanjii naannoo Benishaangul Gumuzitti dhaqqabeen namoonni 10 ajjeefaman

Balaan kun Makiinaa magaalaa Asoosaa irraa gara Toongoo nama 18 fe’atee imalaa ture irratti kan dhaqqabe yoo tahu, namni 10 battalumatti akka du’ee fi namoonni miidhaman immoo hospitaala Beegitti kan wal’aanamaa jiran tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
Haleellaan fanjii kun eenyuun akka raawwatame kan qoratamaa jiru tahuus FBC’n gabaase.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button