-
Awrooppaa

Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra olchuu jalqabuu isii ifoomsite
Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadimeer Puutiin addunyaarratti talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayidaarra akka oolu murteesse. Akka gabaasni CNN jedhutti talaalli kana…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi Ministeera Lubnaan Mootummaan guututti angoo gadi lakkisuu beeksise
Dhoohinsa hamaa Kiibxata dabre qarqara Buufata Doonii magaalaa Beeyruut keessatti muudateen, hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 200 akka du’anii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Murtii Ameerikaa Dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii akka dhihaatuuf ajaja baase
Hogganaan Dhaabbata Tikaa Sa’uudii kan duraanii Sa’aad Al-Jabri, “dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii Muhammad Bin Salmaan yaalii ajjeechaa narratti raawwachiisee jira”jechuun mana…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee biyyoota sadiin jiddutti geggeeffamu wixata irraa kan itti fufu tahuu ibsame
Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee jaarsummaa Gamtaa Afrikaatiin geggeeffamu biyyoota sadeen jiddutti Wixata dabre eegalame irratti, Itoophiyaan qajeelfama haarawa kan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamanii miiliyoona 1 darbuu gabaafame
Dhaabbatni To’annoo Dhukkubaa Afrikaa (CDC) jedhamu akka gabaasetti, Ardii Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miilyoona tokko darbee jira.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa lolaa Naannoo Affaariitti muudateen namoonni 49,000 ol qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’an
Balaan kun lagni Awaash guutuu hordofuun kan muudate yoo tahu, haga ammaatti aanaalee naannichaatti argaman 7 irraa lammileen 49,000 ol…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhoohinsa Guddaa Beeyruut keessatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 137 gahuu gabaafame
Dhoohinsa hamaa Kiibxata dabre qarqara Buufata Doonii magaalaa Beeyruut keessatti muudateen, hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 137 akka du’anii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Feesbuuk fi Twitter akkaawntii Prezdaant Tramp irratti tarkaanfii fudhatan
Feesbuukiin viidiyoo gabaabduu gaaffi fi deebisaa Tiraamp Fox News waliin godhe irraa kutamee maxxanfame haqee jira. Dhaabbatichi sababa haqeef ‘’Odeeffannoon…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Masri Marii Hidha Laga Abbaay guyyaa lama dura eegalame keessaa yeroodhaaf bahuu beeksiste
Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee jaarsummaa Gamtaa Afrikaatiin geggeeffamu biyyoota sadeen jiddutti Wixata dabre kan eegalame yoo tahu, Ityoophiyaan haala…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhoohiinsa Guddaa Beeyruut keessatti muudateen namoonni heddu madaahuu gabaafame
Dhoohinsa hamaa galgala kana qarqara Buufata Doonii magaalaa Beeyruut keessatti muudateen, hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni kudhan akka du’anii fi…
Guutuu Dubbisi »









