-
Awrooppaa

Dr. Abiy Ahmad sirna badhaasa Nobeelii torbee dhuftu geggeeffamu irratti miidiyaaleef yaada kan hin kennine tahuu ibsame
Sirni badhaasa Nobeelii bara kanaa December 10, 2019 Norway magaalaa Oslo keessatti kan geggeeffamu yoo tahu, muummichi ministeera Ityoophiyaa badhaasa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaant Traamp irratti himannaan yakkaa akka banamu ajajni dabre
Afa Yaa’iin Kongirasii Ameerikaa Naansii Peloosii ibsa Khamiisa har’aa kenniteen, Prezdaant Traamp mootummaan biyya biroo siyaasa Ameerikaa keessa akka seenu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ityoophiyaan labsii Paarlaamaan Arabaa dhimma Hidha Laga Abbaay ilaalchisee baase mormuun xalayaa barreessite
Afa-Yaa’iin Paarlaamaa Ityoophiyaa Obbo Taaggasa Caafoo Xalayaa November 25/2019, Afa-Yaa’ii Paarlaamaa Arabaa Mishaal Bin Fahmi Al-Salaamiif barreesseen, dhimma hidha laga…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbilee Faayinaansii Ityoophiyaa gama Interneetiitiin butuuf yaaliin godhamee akka ture ibsame
Hooggantuun Dhaabbata Telekominikeeshiinii Ityoophiyaa Aadde Firehiywot Taammiru AP’f akka himtetti, yaalii gama Interneetiitiin dhaabbilee Faayinaansii butuuf raawwatame kana qolachuuf jecha,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Baalli Sammuu namaa hadoochu Finfinnee Buufata Xiyyaara Booleetti qabamuu ibsame
Ministeerri Galiiwwan Ityoophiyaa ibsa baaseen, baalli sammuu namaa hadoochu kilograma 11.8 Arba’aa kaleessaa buufata Xiyyaara Boolee keessatti kan qabame tahufi,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaant Donald Tramp aangoo irraa buusuuf ragaan ga’aan jiraachuu ibsame
Miseensonni Kongirasii Ameerikaa Partii Dimokraatotaa irraa tahan, Prezdaant Tramp fedhii biyyattii caalaa kan dhuunfaa isaatiif dursa kennuun, amalli badaan Waayit…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Balaa Ibiddaa Suudaanitti muudateen lubbuun nama 15 ol dabruu gabaafame
Ogeeyyonni fayyaa biyyattii akka himanitti, balaan ibiddaa kun dhoohinsa warshaa seeraamiikii magaalaa Kaartuum keessatti argamu tokko irratti mudateen kan ka’e…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Aangoo fi Qabeenya
Aangoofi qabeenya Rabbiin nama barbaadeef kenna. Nama barbaade ammoo ni dhoowwata. Madaallii ilma namaatiin olitti kun waan Rabbiin beekkumsaafi dandeytii…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mariin dhimma hidha laga Abbaay Kaayiroo keessatti geggeeffamaa jira
Ministeeronni Bishaan Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Kaayiroo keessatti kan mari’ataa jiran yoo tahu, Ameerikaa fi…
Guutuu Dubbisi »










