-
Odeeyfannoo

Konfiransii Islaamaa Alhada boruu geggeeffamu irratti hirmaatuuf keessummoonni magaalaa Dasee seenaa jiran
Konfiransii Islaamaa Alhada boruu magaalaa Dasee Istaadiyeemii Hooxee keessatti geggeeffamu irratti hirmaachuuf, keessummoonni naannolee adda addaa irraa gara magaalatti seenaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Masri biyyoota Afrikaa 14 keessatti wal’dhaansa dhibee tiruu kennuuf kan qophaayaa jirtu tahuu ibsite
Korri dhibee Tiruu irratti mari’atu Ugaandaa magaalaa Kaampaalaa keessatti kan geggeeffamaa jiru yoo tahu, Ministeerri Fayyaa Masri Dr. Halaa Zaayid…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa gita isaa ministeera haajaa alaa Masri waliin mari’atan
Obbo Gadduu Andargaachaw fi Mr Saami Shukri walgahii dhimma Suudaan irratti Gamtaan Afrikaa Finfinnetti yaame cinatti kan waliin mari’atan yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaant Traamp Iiraan rukutuuf eega ajajee booda deebisee haquu gabaafame
Iiraan Xiyyaarri (droonii) basaasa Ameerikaa daangaa kiyyaatti ce’e jechuun kaleessa rukuttee kuffisuun eega mirkanaayee booda, Prezdaant Traamp Iiraan dogongora hamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Seeneetiin Ameerikaa karoora Traamp meeshaa waraanaa Sa’uudii fi Emreetitti gurguruuf baase uggure
Prezdaant Traamp hayyama Seeneetii Ameerikaatiin alatti meeshaa waraanaa Dolaara biiliyoona 8tti shallagamu Sa’uudii gurguruuf karoorfatee ture. Prezdaant Traamp gurgurtaan meeshaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad har’a galgala gara Suudaan kan imalu tahuu gabaafame
Mootummaan Ityoophiyaa wal dhabbii Suudaan keessatti uumame jaarsummaan furuuf carraaqqii jalqabuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan Dr. Abiy Ahmad June…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan Droonii Ameerikaa daangaa cehuun basaasa irra turte kuffisuu beeksiste
Humni addaa waraana Iiraan IRGC jedhamu, xiyyaara/Droonii Ameerikaa daangaa biyyattii gama Kibbaa kutaa Hormuzgan jedhamu seenuun basaasaa turte rukutee kuffisuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Finfinnee keessa sochiin motorsaayikilii kan ugguramu tahuu ibsame
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waxabajjii 30,2011 eegalee imbaasiiwwanii fi dhaabbiilee hayyama tajaajila poostaa qabaniin ala sochii motorsaayikiliin godhamu hunda kan ugguru…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Sirni Awwaalcha prezdant Muhammad Mursii Magaalaa Kaayirootti raawwatame
Prezdaant Dr Muhammad Mursii bara 2012 filannoo dimokraatawaa yeroo jalqabatiif Masri keessatti geggeeffameen filatamee kan ture yoo tahu, guyyaa kaleessa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ameerikaan loltoota dabalataa gara Baha Jiddu Galaatti kan ergitu tahuu beeksiste
Ministeerri Ittisa Ameerikaa akka ibsetti, Ameerikaan dabalataan loltoota kuma tokko gara naannichaatti bobbaasuuf kan murteessite, Khamiisa darbe Galaana Omaan keessatti…
Guutuu Dubbisi »










