-
Afrikaa

Prezdaantiin Aljeeriyaa Abdul’aziiz Butofliqaa wal dorgommii filannoo prezdaantummaa biyyattii keessaa bahuu beeksise
Prezdaantiin Abdul’aziiz Butofliqaa filannoo prezdaantummaa biyyattii Ebla dhufu irratti kan dorgomu tahuu eega beeksisee booda, lammiileen Aljeeriyaa kumaatamaan lakkaahaman prezdaantichi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ijaarsa Kolleejii Islaamaa Magaalaa Mattuutiif birriin 15,000,000 ol walitti qabamuu gabaafame
Guyyaa kaleessaa godina Iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuutti ijaarsa Kolleejii Islaamaa magaalaa Mattuu xumursiisuuf sagantaa galii walitti qabuuf geggeeffame irratti,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Arsii magaalaa Colleetti sagantaan muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa muhaadaraa guddaa guyyaa hardhaa magaalaa Colleetti geggeeffame kana irratti, keessumoonni iddoo gara garaa irraa affeeraman kan argaman tahuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Xiyyaaronni waraana Israa’el Gaazaa keessatti haleellaa raawwatuu gabaafame
Waraanni Israa’el ibsa baaseen akka jedhetti, Alhada har’aa rokkeetii Gaazaa irraa gara Israa’elitti dhukaafame hordofuun, xiyyaaronni waraana Israa’el Gaazaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Xiyyaarri Dhaabbata Qilleensa Ityoophiyaa tokko kufuu gabaafame
Xiyyaarri Dhaabbata Qilleensa Ityoophiyaa Finfinnee irraa gara Naayiroobii imalaa ture kufuun namoonni heddu kan du’an tahuu gabaafame. Xiyyaarri kun Godina…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensonni Makkalaakayaa Misirroota lama dabalatee lubbuu nama 5 galaafatan adabaman
Loltoonni makkalaakayaa ji’a dabre keessa Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti namoota sirna cidhaa irra turan irratti dhukaasuun, misirroota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen dhimma daangaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Oromiyaa qoratee yaada furmaataa dhiyeessu hundaayuu gabaafame
Waajjirri Muummicha Ministeeraa ibsa baaseen, Kanaan dura koreen qorannaa dhimma daangaa Finfinnee fi Ormiyaa bulchiinsa gama lamaanii irraa hundaayee kan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaantiin Suudaan dubartoonni mormii biyyattii keessatti geggeeffamaa jiru hordofuun hidhaman hundi akka gad lakkifaman ajajuu gabaafame
Prezdaant Umar Al-Bashiir Jum’aa kaleessaa bakka buutota ummataa baha biyyattii irraa dhufan waliin Khaartuum keessatti marii geggeesse irratti, dubartoonni mormii…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Dr Warqinah Gabayyoo Daayrektara ol’aanaa Waajjiira Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Naayiroobitti argamuu tahuun muudame
Barreessan UN Antooniyoo Gutaareez Ministeera Haajaa alaa Ityoophiyaa Dr Warqinah Gabayyoo sadarkaa gargaaraa barreessaa dhaabbata mootummoota gamtoomanitti , daayirektara Waajjiira…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hiriirri mormii Godinaalee Oromiyaa keessatti itti fufee jira
Carraa manneen Kondominiyeemii bulchiinsi magaalaa Finfinnee baase hordofuun, magaaloota Godinaalee Oromiyaa gara garaa Keessatti hiriirri cimaan geggeeffamaa jira. Hiriira kana…
Guutuu Dubbisi »










