-
Awrooppaa

“‹”‹ Jarman meeshaalee waraanaa Sa’udii gurguruuf akka taate gabaafame
Paartileen Biyya Jarman kan bulchiinsa mootummaa keessaa qooda qaban, garee Yaman keessatti lola gaggeessaa jiru hundaaf meeshaan waraanaa akka hin…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeera Paakistaan Malik Salmaan waliin mari’ate
Imraan Khan baatii dabre Muummicha ministeeraa Paakistaan tahuun eega filatamee booda, daaw’annaa biyyoota Baha jiddugalaa kaleessa gara Sa’udii imaluun jalqabe.…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Namoonni 364 jeequmsa magaalaa Burraayyuutti ka’e qindeessuun shakkamanii toohannaa jala oolan.
Walitti bu’iinsa dhiheenya kana naannawa magaalaa Buraayyuutti muudateen namoonni hedduun ajjeefamuun qabeenyis saamame jira. Yakka kanaan walqabatee namoonni 364 shakkamanii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Kooriyaan Kaabaa Buufata Yaalii Misaa’elaa cufuuf walii galte
Prezdaantiin Kooriyaa Kibbaa Moon Jae-In Kibxata kaleessa gara Kooriyaa Kaabaa imaluun, Pyongyang keessatti Prezdaant Kim Jong-Un waliin mari’ate. Prezdaant Moon…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Israa’el haleellaa Gaazaa keessatti raawwatteen Falasxiinota lama ajjeeste
Ministeerri Fayyaa Falasxiin akka jedhetti, reeffi dargaggoota lamaanii Kibba Gaazaa daangaa Israa’el irratti halkan edaa argame. Waraanni Israa’el ibsa baaseen,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ruusiyaan humni qilleensa Suuriyaa dogongoraan Xiyyaara isii rukutuu beeksifte
Mootummaan Ruusiyaa ibsa baaseen, humni qilleensa Suuriyaa halellaa Xiyyaaronni Isra’eel raawwaataa turan osoo qolataa jiru, dogongoraan Xiyyaara waraana keennaa rukute…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Hoggantoonni Turkiyaa fi Ruusiyaa Idliib keessatti naannawa lola irraa bilisa tahe daangessuuf walii galan
Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan Isniina har’a gara Ruusiyaa imaluun, magaalaa Soochii keessatti Prezdaant Vilaadmiir Puutiin waliin dhimma Suuriyaa irratti mari’ate.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kitaabni Tafsiira Qur’aanaa Afaan Oromootiin Qophaa’e Eebbifame
Kitaaba Tafsiira Qur’aanaa Afaan Oromootiin qophaa’e kana qopheessuu irratti Ulamaa’onni hedduun kan irratti hirmaatan yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walitti bu’iinsa Buraayyuu naannawa Ashawaa Meedaatti uumameen lubbuu namaa fi qabeenya irratti miidhaan dhaqqabe
Waliitti Bu’iinsa naannoo Burraayyuutti uumameen lubbun nama hedduu akka darbee fi namoonni heddu ammoo baqachuun magaalaa Finfinnee naannawa Askoo kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu gara Sa’udii imale
Mootummaan Sa’udii Ityoophiyaa fi Eertiraan waldhabdee waggaa 20 ol jidduu isaanii ture karaa nagayaatiin hiikkachuu isaanii kan dinqisiifate tahuu ibse.…
Guutuu Dubbisi »










