-
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa jeequmsi naannoo Somaalee Keessatti ka’e tasgabbaayuu beeksise
Jeequmsa dhiheenya kana bulchiinsa Naannoo Somaalee magaalota adda addaa keessatti ka’een, lubbuun namaa fi qabeenyi heddu barbaada’uun ni yaadatama. Dhimma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walgahiin Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa irratti hirmaatan Finfinnee keessatti jalqabameera.
Korri tokkummaa fi Tumsa Ulamaa’ota Itoophiyaa guyyaa har’aa Magaalaa Finfinnee Hoteela Kaappitaal keessatti jalqabame kun, koree Hawaasa muslimaa Jijjiirama dhaabbataa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Guyyoota Kurnan Ji’a Zulhijjaa
Rabbiin wan barbaadeen kakata. wanti Rabbiin kakateen ammoo wan guddaa ykn jabaa tahu agarsiisa. Rabbiin Qur’aana isaatiin akkas jedha. “Bariin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Emreets fi Itoophiyaan Ujummoo Boba’aa Asab irraa hanga Finfinneetti Diriirsuudhaaf waliigalan
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad, Jum’aa hardhaa hooggantuun ministeera Tumsa Idil addunyaa Emreets Riim Alhashimii simachuudhaan marii geggeessanii jiru. Miss…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walgahiin Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa irratti hirmaatan boru jalqabama
Koreen miseensa 9 qabu kan dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo akka geggeessuuf muummicha ministeeraatiin hundeeffame, Ulamaa’ota waliin mari’aatuuf waltajjii marii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Markazni Daarul Aytam kan Mana Barumasa Awwaliyaa jalatti argamu hawaasa muslimaatiif deebifamee keenname
Markazni Daarul Aytam Mana Baruumsa Awwaliyaa jalaatti kan argamu yoo tahu, ijoollee Yatiimotaa ufitti fudhatee barsiisaa ture. Haata’u malee Markazni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli hooggantoota Oromia Midia Network Qondaaltota Mootummaa Naannoo Amaaraa waliin mari’atan
Gareen hooggantoota dhaabbata Oromia Media Network Obbo Jawaar Muhammadiin durfamuu kun, har’a gara naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daar imaluun qondaaltota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hojjattoonni Daandii Xiyyaara Ityoophiyaa 36 tahan seeraan alatti hujjii irra aari’amne jedhu
Hojjatoonni dhaabbatichaa dalagaa irraa ari’aman kunniin akka jedhanitti, hoogganatoonni Daandii Xiyyaara Itoophiyaa, dhalattoota Saba Oromoo fi Amaaraa tahuu keennaa qofaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Yaman keessatti makiinaa barattootaa irratti haleellaa raawwatameen namni heddu dhume.
Waraanni Sa’udii fi Emireetiin hoogganamu kan garee Huusii waliin Yaman keessatti wal waraanaa jiru, haleellaa guyyaa arraa makiinaa barattoota Qur’aanaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Israa’el haleellaa Gaazaa keessatti raawwatteen namoota 3 ajjeefte
Haleellaa waraanni Mootummaa Israa’el halkan edaa raawwateen; dubartii ulfaa daa’ima ji’a 18 harkaa qabdu dabalatee, lammiilen falasxiin 3 ajjeefamuu isaanii…
Guutuu Dubbisi »










