-
Odeeyfannoo

Xiinxalaa siyaasaa fi Daayrektaarri OMN Obbo Jawaar Mohaammad Finfinnee Seene
Jilli Jawaar Muhammadiin durfamu Ganama kana Finfinnee buufata Xayyaara Boolee yemmuu seenu qondaaltota mootummaa dabalatee namoonni heddu simatanii jiru. Jawaar…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Da’awaa guddaan Aanaa Zuwaay Dugdaa magaalaa Haburaa keessatti geggeeffamaa jira
Godina Arsii aanaa Zuwaay Dugdaa magaalaa Haburaa keessatti sagantaan Da’awaa guddaan guyyaa lamaaf turu geggeeffama jira. Sagantaan kun guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Kooriyaan Kaabaa gabbisa Niwukilarii kan itti fufte tahuu beeksise
Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii, UN, akka jedhutti, Kooriyaan kaabaa gabbisa niwukilarii fi oomisha misaa’ila balastikii hin dhaabne. Manni maree nageenyaatis ibsa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Deeggartoonni prezdaantii Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa keessatti jeequmsa hamaa kaasan
Magaalaan Jigjigaa jeequmsa hamaa keessa jirti. Deeggartoonni Prezdaantichaa fi waraanni Liyyuu poolisii lubbuu fi qabeenya Saboota biroo irratti haleellaa raawwataa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Jigjigaa too’ate
Waraanni makkalaakayaa ganama har’aa Paarlaamaa naannichaa fi dhaabbata televizhiinii naannoo Somaalee dabaltee dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa too’annaa jala kan oolche…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Abbaan alangaa namootan magaalaa Finfinnee keessatti haleellaa boombii raawwachuun shakkaman irratti himannaa banuuf akka tahe ibse
Waxabajjii 16/2010 hiriira deeggarsaa muummicha ministeeraa magaalaa Finfinnee keessatti gaggeeffame irratti haleellaa boombii raawwatameen namoonni lama du’uun 150 ol ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jaarmayaaleen Hawaasa Muslimaa Ameerikaa keessa jiran Afur garaagarummaa jidduu isaanii ture hiikuun waliin hojjatuuf murteessaan
Jaarmayaaleen hawaasa biyya keennaa kunniin magaalaa Washington keessatti kan argaman yoo tahu, garaagarummaa jidduu isaanii yeroo dheeraaf ture furuun tokkummaadhaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa kanneen gara biyyaa deebi’uuf qophii irra jiran simaatuuf qophiin hoo’aan godhamaa jira
Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa sababa cunqursaa mootummaatiin biyya irraa dhiibamanii biyya ambaa keessa jiraataa turan, jijjiirama biyyattii keessatti muldhataa jiru…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Filannoo Zimbaabwetti geggeefame hordofuun walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namaa dabre
Filannoo Zimbaabwetti geggeefameen paartiin biyya bulchaa jiru Zanu-PF jedhamu injifatuun eega himamee booda biyyattiin soda hamaa keessa galtee jirti. Deeggartoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aalimni Guddaan Biyya keenyaa Dr Jaabir Abdallaah gara Biyyaatti galuuf kan qophaayaa jiran tahuun beekame
Dr Jaabir Abdallaah (Liwa’uul Islaam) Cunqursaa fi roorroo mootummaan biyya keessatti amantaa fi saba keenya irratti raawwataa tureen biyya isaanii…
Guutuu Dubbisi »










