-
Odeeyfannoo

Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti Komishiinarri ejensii mirga Namoomaa daawwannaaf Itiyoophiyaa dhaqe.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti komishiinarri mirga namoomaa Zayid Ra’ad Al Huseen guyyaa kaleessaa daawwannaa Itoophiyaa keessatti godhu kan jalqabe yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoo Soomalee godina Shinillee keessatti mormiin geggeeffamaa jira
Jiraattoonni naannoo Soomalee Godina Shinillee bulchiinsa naannichaa balaaleffatuun mormii geggeessaa jiran. Mormii guyyoota lama dura Shinillee keessatti jalqabame too’achuudhaaf mootummaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni murtii Faransaay dubartii Muslimaa qondaala harka fuudhuu diddee lammummaa dhoorkate
Biyya Faransaayitti Bulchiinsi naannawa Isere June 2016 dubartii muslimaa dhalootaan Aljeeriyaa taate sirna kenniinsa lammummaa irratti qondaala harka fuudhuu diduu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kooriyaan Kaabaa sagantaa Yaalii Nukilarii fi Misaa’elaa geggeessaa turte Xumuruu beeksifte
Hoogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un biyyi isaa yaalii nukilarii fi miisaa’elaa xumuruu beeksise. Prezdaant Kim Jong Un akka jedhetti,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Imbaasiin Ameerikaa Ustaaz Ahmaddiin Jabali fi Obbo Andu’alem Arraagee Viisaa Ameerikaa seensisu dhoorkate
Dhaabbanni Atlaantik Kaawunsil jedhamu namoota hawaasa isaanii biratti jalaatamoo jedhaman filatuun kora irratti kan affeeru yoo tahu, Itoophiyaa irraa namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaamaan Muudama Kaabinee Muummichi ministeeraa dhiheesse raggaasise
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Kaabinee haaraya ijaare ganama har’aa paarlaamaaf dhiheessuun raggaasise. Dr Abiy muudama miniseerota haaraya 10 fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa guyyaa boruu Kaabinee isaa Paarlaamaaf dhiheessuun ni raggaasisa jedhamee eegama
Manni Maree bakka bu’oota Ummata guyyaa boru kora idilee kan geggeessu yoo tahu, muummichi minnisteeraa Dr Abiy Ahmad walgahii kana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Daandiin magaalaa Adamaa irraa gara Diksiis geessu cituun ummanni rakkataa jira.
Godina Arsii magaalaa Diksiis iddoo Kaampii Chaayinaa jedhamutti daandiin Cituun konkolaataan magaalaa Adaamaa irraa gara Diiksiis deemu, akkasumas geejjibni magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kaffaltiin imala Hajjii fi Umraa birrii 22,000 dabaluun ibsame
Galmeen imala hajjii fi Umraa bara kanaa torban dabre keessa kan jalqabame yoo tahu, kaffaltiin bara kanaa kan waggaa dabree…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa muudama hooggansa haaraya gaggeessuu beeksise
Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa muudama hooggansa haarayaa kan geggeesse tahuu gabaasni Biiroo dhimmoota Kominikeeshiinii naannichaa irraa argame ni ibsa. Hooggaanaan…
Guutuu Dubbisi »










