-
Og-Barruu

Avocet (Avoset), Allaattii Ajaa’ibaa
Uumamni har’a isiniif dhiheessu, uumama Rabbiin xiyyeeffannaa guddaan akka ilaallu nutti hime keessaa isa tokko. Rabbiin guddaan Suuratul Nahl, Suuraa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Cufiinsa Majliisa Sheekh Aliyyii geggeeffame
Guyyaa har’aa godina harargee bahaa magaalaa Kombolchaatti kan argamu Majliisni Sheekh Aliyyii sababa ji’a Kabajama Ramadaanaatiif sagantaa cufinsaa kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Isra’eel Falasxiinota irratti dhukaasee namoota heddu madeesse
Lammiileen Falasxiin mormii torbaan afur dura jalqaban itti fufuun Jum’aa har’aatis daangaa Gaazaa irratti mormii geggeessaa oolan. Waraanni Isra’eel…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mormiin Bulchiinsa naannoo Soomalee irratti godhamu itti fufee jira
Guyyaa hardhaa naannoo Soomalee magaalota adda addaa keessatti ummanni naannichaa bulchiinsa Abdii Ilee irratti mormii dhageesisaa jira. Magaalaa guddoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kooriyaan Kaabaafi Kibbaa Waliigalan
Hooggantoonni Kooriyaa lamaanii waldhabdeen biyyoota lamaan jidduu waggoota 65 ol ture xumuramuu labsuun waliigaltee mallatteessan. Waliigaltee “labsii Panmunjon” jedhanii moggaasan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hooggantoonni Kooriyaa Kaabaa fi Kibbaa marii jalqaban
Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-Un fi prezdaantiin Kooriyaa Kibbaa Moon Jae-In daangaa biyyoota lamaanii irratti iddoo Panmunjon jedhamutti wal argan.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Barattoonni Yunivarsitii Amboo Hiriira Mormii Gaggeessan
Barattoonni Yunivarsiitii Amboo hiriyyoonni isaanii Komaand poostiin qabamanii mana hidhaatti darbaman akka lakkifamaniif mormii dhageessisaa jiru. Kanuma hordofuun ganama har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti Komishiinarri ejansii mirga Namoomaa, namoota hidharraa hiikaman waliin mari’ate
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti komishiinarri mirga namoomaa Zayid Ra’ad Al Huseen haala qabiinsa mirga namoomaa Itoophiyaa ilaalchisee mootummaa fi qaamolee hawaasaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dararaa fi hidhaan Komaand poostiin hawaasa irratti raawwatu cimee itti fufee jira .
Labsiin yeroo muddamaa eega labsamee asitti Oromiyaa godinaalee heddu keessatti humnoonni mootummaa namootaa ajjeesuu fi madeessuu akkasumas hidhaan cimee itti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Sagaleen Hawaasa Muslimaa Haa Dhagahamu!
Hawaasni Muslimaa Itoophiyaa mirgi amantiisaa akka kabajamu waggoota hedduuf, keessattuu bara 2012 irraa eegalee, qabsoo hadhaawaa taasisaa turee jira. Miseensonni…
Guutuu Dubbisi »










