-
Og-Barruu

Baiji
Baij (Ba’ij) uumama bishaan keessa jiraatu yoo tahu, sanyiilee qurxummii gurguddaa keessaa isa tokko. Baijiin maqoolee birootis hedduu qaba. Yangtze…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Guinea Fowl
Allaattiin kun allaattiiwwan gurguddaa jedhaman keessaa isa tokko yoo ta’u, allaattiiwwan Turkey fi Pheasant jedhamaniin wal fakkaata. Guinea Fowl allaattiin…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Ajaa’iba Uumaa Rabbii keessaa Lobster, Bararoo fi kanneen biroo
Lobster Uumamni kun bara 1880moota keeysa soorata gabrootaafii hiyyeeyyii akka taheefii, yeroo ammaa kana ammoo soorata dureeyyiifi nama maallaqa qabuuti.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Shimbirri Halkanii Mataan Lafatti Gombifamtee Ilmoo Dhalti
Shimbirri halkanii yeroo heddu mukarratti rarraatee qubatti malee, muka gubbaa hin dhaabbattu. Miilli isii haalaan jabaa waan taheef, miila isiitiin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Hispaniolan Solenodon
Hispaniolan Solenodon uumamni jedhamu naannawa Ameerikaa jiddu galeessaa Kaaribiyaan jedhamu keessatti argama. Hispaniolan maqaa eddoolaati. Uumamni kunis eddoola tana qofarratti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Banded Palm Civet
Uumamni Rabbii hundi waan addaa ittiin beekkamu qaba. Dizaayiniin Rabbii kan dhuma hin qabne bineensota garagaraatiif waan adda isaan godhutu…
Guutuu Dubbisi »










