-
Odeeyfannoo

Aalimni guddaan biyya keenyaa Sheikh Haaj Abdussamad Muhammad gara ganda Aakiraatti godaanan
INNAALILLAAHII WA’INNAA ILEEYHII RAAJI’UUN Godina Jimmaa aanaa Saxxammaa magaalaa Gaatiraatti waggoota dheeradhaaf barnoota diin Islaam barsiisuun akkasumas hawaasa isaaniif tajaajiluun…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaatti Talaalliin COVID-19 Biliyoona 1.77 ol keennamu gabaafame
Guutuu Addunyaatti hanga guyyaa arraatti talaalliin COVID-19’n biliyoona 1.77 ol kan keenname yoo ta’u, Chaayinaan talaallii miliyoona 566.72 kennuun, Akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Beeksisa Ariifachiisaa! Namoota Viidiyoo Nuuralhudaa Youtube keessan irratti maxxansitan hundaaf!
Dhaabbanni YouTube Copyright irratti seera haalaan jabeessutti jira. Prodaakshiina nuti hojjanne kan namoonni biroo Facebook keenyarraa fuudhanii Youtube irratti maxxansan,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Makiinaawwan qajeelfamoota tatamsaa’a dhibee COVID-19 ittiin to’aachuuf bahe cabsaan irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Biiroon geejjiba magaalaa Finfinnee Makiinaawwan lakkoofsaan 1002 tahan kan tatamsaa’a weerara dhibee COVID-19 to’aachuuf bahe cabsaan irratti tarkaanfiin adabbii fudhatamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Waraanni Israa’el Lammilee Falisxiin Masjiid al- Aqsaa keessatti Salaataa turan irratti haleellaa raawwate
Waraanni Israa’el Muslimoota salaata Jum’aa arraa Masjidal Aqsaa keessatti salaataa turan irratti haleellaa raawwachuun namoonni hedduun miidhamuu gabaafame. Waldaan Baatii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Israa’el Gazzaa keessatti raawwateen lakkoofsi Falasxiinoota ajjeefamanii 213 gahe
Humni waraana Israa’el magaalaa Gazzaa keessatti guyyaa haleellaa raawwachuu jalqabe irraa kaasee hanga arraatti daa’imaan 61 fi dubartoota 36 dabalatee…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Qormaanni yemmuu jajjabaatu “Hasbunallahu wa ni’mal wakiil.” Jedhaa
“Hasbunallahu wani’mal wakiil (Rabbiin nuuf gahaadha. Inni Tiiksaa akkam tole!)” (Suuratu Aal-Imraan 3:173)Ibn Abbaas (radiyallahu anhu) aayah tana,ilaalchisee akkana jedha:…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

NIYYAA-Safartuu Hojii Namaa
Niyyaa jechuun hojii tokko hojjachuuf wanta gara fuunduraatti nama dhiibu yokaan nama kakaasudha. Niyyaan bakka lamatti qoodamti:1ffaa- niyyaa toltuu- niyyaan…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Islaamummaa: Amantii Uumamaa kan Rabbiin ilma namaatii filate
Islaamummaa: Amantii Uumamaa kan Rabbiin ilma namaatii filate Amantiin islaamaa Amantii Uumamaa ta’uu hadiisa Abu Hureeyiraa(ïï¿ï»² ïï»Ÿï» ï»ª ﻋﻨﻪ) odeeyffameen Ergamaan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Gamtaan Biyyoota Islaamaa Dhiimma Falisxiin irratti mari’achuuf Walgahii Ariifachisaa waame
Gamtaan Biyyoota Islaamaa Haleellaa Isra’eel Falisxiin irratti raawwachuu jirtu irratti mari’achuuf, walgahii ariifachisaa qondaaltonni olaanoon biyyoota miseensa gamtichaa tahan 57…
Guutuu Dubbisi »










