-
Odeeyfannoo Biyyaa

Waldaan Aksiyoona Baankii Hijraa Gamoo Abbaa Darbii 9 bite Eebbisise
Baankiiwwaan dhalarraa bilisaa biyyatti keessatti hundeeffamuun hojiitti seenuuf sochii irra jiran jidduu tokko kan ta’e, Waldaan Aksiyoona Baankii Hijiraa, gamoo…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Ramadaanaa fi Qur’aana
Ramadaanni carraa guddaa dalagaa gaarii itti sassaabatanii fi dalagaa badaaf ammoo ji’a araarama Rabbirraa itti kadhataniidha. Ji’oota kudha tokko badiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Waldaan Tola oola Diida’aa Harka qalleeyyii 300 deeggarsa godhe
Waldichi baatii Kabajamaa Ramadaanaa sababeeffachuun Alhada kaleessaa Ramadaan 13,1442 harka qalleeyyii fi rakkattoota magaalaa Roobee Diida’aa fii naannawa saniitti argaman…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Majlisni Oromiyaa,sagantaa deeggarsaa qopheese irratti Muslimoonni dammaqinaan akka hirmaatan afeere
Manni marii Dhimmoota Islaamaa naannoo Oromiyaa, manneen marii dhiimmoota Islaamaa naannoolee biroo dursuun hojii jajjabduu hojjechaa jira. Akkasumas caaseeffamaafi daambii…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Ramadaanaa fi Salaataa
Baatiin Ramadaanaa kun Qalbii fi qaama keenna akka Rabbiin nu ajajetti kan itti leenjifnu. Haaluma kanaan yoo milkoofne Ibaadaawwan amma…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Sadarkaa Salaatni halkanii qabu
Salaatni halkanii sunnaadha. Garuu ibaadaa akkaan Rabbittiin dhiyaatan keessaayi. Namoonni rabbiin isaanii laaffisee halkan dhaabbatanis gabroottan isaa gaggaarii warra tahani.Rabbiin…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Baatii Ramadaanaa keessa Sadaqaa keennatuun ajrii dachaa qaba.
Baatii Ramadaanaa keessa Sadaqaa keennatuun ajrii dachaa qaba.Rabbiin yeroo kamiyyuu taanaan maallaqa karaa isaa irratti bahu ilaalchisee akkana nuun jedha:يَاأَيÙّهَا…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Hojiin gaariin yookaan Ibaadaan ikhlaasa hin qabne kasaaraadha!
Abu Hureeyran(RA) akkana jechuun gabaasan:Ergamaan Rabbii((SAW)) akkana jedhan:“Guyyaa qiyaama namoonni yeroo jalqabaa irratti murteefamu nama shahiida(nama karaa Rabbii irratti du’e)…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Fakkeenya Warra Waan gaarii eega hojjatee booda of jalaa balleessuu!
Rabbiin ol tahe Warra Waan gaarii eega hojjatee booda of jalaa balleessu, Suuratul Baqaraa keessatti akkanatti isaan ibsa: أَيَوَدÙÙ‘ Ø£ÙŽØÙŽØ¯ÙÙƒÙمْ Ø£ÙŽÙ†…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Seenaarraa haa barannu
Qophii: Abu Ibtisam Rabbi (SW) ergamtoota garagaraa gara dachii kanaa ergee, dhaamsa qajeelaa akka nu biraan gahan taasiseera. Ergamtootaa fi…
Guutuu Dubbisi »










