-
Ibaadaa

Soomanni Maali
Afaan Arabaatiin Soomana jechuun if qabuudha.Shari’aatti Nyaataa fii dhugaatii akkasumas waan soomana balleeysurraa if qabuun Rabbiif Ibaadaa godhuudha. Sadarkaa Soomanni…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

“inni Jibriili; amantii keessan isin barsiisuuf isinitti dhufe “
Sahaabaan Guddichi Umar Ibnul Khaxxaab- Rabbiin Dalagaa Isaa gaggaarii irraa haajaalatuu- akkana jechuun gabaase. Guyyaa tokko Ergamaa Rabbii (SAW) bira…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

DU’AA’IIN AKKAMITTI QEEBALAMTI
©Ustaaz Jaafar Bayaan irraa Rabbiin na kadhaa isiniifiin qeebala je’e jira. Garuu kadhaa nuti isa kadhannu akka qeebalamtu seeraa fii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Sa’uudii sirna Hajjii bara kanaa irratti hirmaachuuf haal dureewwan barbaachisaan ifoomse
Mootummaan Sa’uudii tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayirasii to’aachuuf jecha, ulaagaalee lammileen biyyattii fi kutaalee Addunyaa garagaraa irraa sirna Hajjii bara kanaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Shamarraniif : Qadaa Ramadaanaa moo Sunnaa Shawwaal dura kafalla?Shamarraniif : Qadaa Ramadaanaa moo Sunnaa Shawwaal dura kafalla?
Hadiisa Abuu Ayyuub al-Ansaariin odeyseen Ergamaan Rabbii ((SAW) )”namni Ramadaana Soommanee eeganaa jaha Shawwaal irraa itti aanse, akka nama amata…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Ustaaz Kamaal Amaan Gammadaa Suudaan irraa gara biyyaatti galan
Ustaaz Kamaal Amaan Gammadaa biyya Suudaan keessatti barnoota Diin Islaam irra kan turan yoo ta’an, har’a galgala gar biyyaa yeroo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’onni Godina Harargee Bahaa, Naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dhawaa waliin ta’uun Marii geggeessan
Waltajjii marii ulamaa’ota godina Harargee bahaa, magaalaa Dirree Dhawaa fi Naannoo Harariin qophaa’e, kan guyyaa har’aa magaalaa Hararitti geggeeffame kana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Dr. Jibriil Qamariif Magaalaa Adaamaatti Simannaan godhame
Aalima keenyaa guddaa Dr Jibriil Qamariif guyyaa har’aa sagantaan simannaa guddaan geggeeffame. Sagantaa kana irratti hawaasni muslimaa magaalaa Adaamaa lakkoofsaan…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Ramadaanaaf Haa Qophoofnuu
Ramadaanni nutti as dhihaatee jira. Baatiin Sha’abaan Eega seene torbaan guutuuf deema. Kana jechuun ammoo Ramadaana simachuudhaaf yeroo torbaan sadihii…
Guutuu Dubbisi »










