Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Ajaa’iba amaloota Rabbi bineensotaa kenne keessaa muraasa
Waqtii ganni galu dachiin Roobaan jiitee, biqiltoonni gosa hedduu biqiluu eegalu. Ilbiisonniifi lubbu qabeeyyiinis wayta kana dachiirratti baayyatu. Wayta ganni…
Guutuu Dubbisi » -

Biqiltootaa fi ilma namaa
Gosa biqiltootaa dachii tanarra jiru keessaa hedduun isaa eessatti akka argamu beeytuu? Hedduun keenya biqiltoonni lafarratti qofa waan biqilan seena.…
Guutuu Dubbisi » -

Piikook (Peacock)
Tarii allaattiiin kun biyya keenya keessatti argamuu baatus maqaan isaa garuu haarawaa miti. Simbirri kun Piikook jedhama. Allaattiin Piikook jedhamu…
Guutuu Dubbisi » -

“Shimbirroo Jannataa”Paradise Bird
Rabbiin Qur’aana keeysatti akkana jedhe.ألم يروا إلى الطير مسخرات ÙÙŠ جو السماء ما يمسكهن إلا الله إن ÙÙŠ ذلك لآيات…
Guutuu Dubbisi » -

Faana-dhooytuu Apple (Apple AirTag)
Yeroo meeqa Furtuu manaa bakka Jiru wallaaltanii rakkattan? Riimoota TV dhabdanii barbaadaa hin oollee? Meeshaan nama jalaa dhokatee dhabamu lakkofsa…
Guutuu Dubbisi » -

Bineesan Uumama Sadi Fakkaatu (Okaappii)
Rabbi Qur’aana keessatti namni qalbi qabu uumama dachii irra jiru kana xiinxallee akka hubatu nu affeere. Kun ammoo akka nuti…
Guutuu Dubbisi » Qalbiin akka Tasgabbooftuuf Zikrii heddumeeysaa!
Amantiiwwan fuula dachee kanarra jiran keessaa, amantiin ajajoota Rabbii hojirra oolchuudhaan gammachuu addunyaatii fi Aakhiraa nama gonfachiisu Islaamummaa qofa.Islaamummaan dawaa…
Guutuu Dubbisi »-

Sheeyxaanni baaxilatti (sobatti) suuta suutaan nama waama.
Sheeyxaanni baaxilatti (sobatti) suuta suutaan nama waama.Sheeyxaanni nama Muslimaa zinatti kuffisuun dura dubartii waliin kophaa akka taa’u, ishii waliin haasawuu…
Guutuu Dubbisi »









