Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

ZAKAA FIXRII
Zakaa fixrii Jechuun kan namni yeroo ramadaana soomee xumure yookaan gara xumuruutti dhiyaate midhaan gosa nyaatamu irraa ta’e, saa’ii tokko…
Guutuu Dubbisi » -

Tokkummaa Ummata Muslimaa
Islaamni nageenyaa fi tokkummaa hawaasaatiif xiyyeefanno guddaa kenna. Wanta hawaasa jeequu fi miidhu karaa adda addaatin ittisuuf yaala. Karaalee kanniin…
Guutuu Dubbisi » -

Kabajaa Muslimaa Eeguu
Guyyaa tokko Umar Ibn Al-Kaxxaab(RA), Abdullah Ibn Mas’uud(RA) waliin halkaniin manaa bahan. ibiddaa fagoo boba’u argan. Ifa ibidda sanii hordofuun…
Guutuu Dubbisi » -

Leylatul-Qadriin yoomi? Yoo dhaqqabne maal jenna? Maal hojjenna?
Ramadaana kurnan boodaa edanu jalqabna. Edanu halkan 20 ti. Ramadaana dhaqqabuun carraadha! Eega Ramadaana simannees nama carraa qabuutu kurnan boodaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ramadaanaa fi Qur’aana
Ramadaanni carraa guddaa dalagaa gaarii itti sassaabatanii fi dalagaa badaaf ammoo ji’a araarama Rabbirraa itti kadhataniidha. Ji’oota kudha tokko badiin…
Guutuu Dubbisi » -

Ramadaanaa fi Salaataa
Baatiin Ramadaanaa kun Qalbii fi qaama keenna akka Rabbiin nu ajajetti kan itti leenjifnu. Haaluma kanaan yoo milkoofne Ibaadaawwan amma…
Guutuu Dubbisi » -

Sadarkaa Salaatni halkanii qabu
Salaatni halkanii sunnaadha. Garuu ibaadaa akkaan Rabbittiin dhiyaatan keessaayi. Namoonni rabbiin isaanii laaffisee halkan dhaabbatanis gabroottan isaa gaggaarii warra tahani.Rabbiin…
Guutuu Dubbisi » -

Baatii Ramadaanaa keessa Sadaqaa keennatuun ajrii dachaa qaba.
Baatii Ramadaanaa keessa Sadaqaa keennatuun ajrii dachaa qaba.Rabbiin yeroo kamiyyuu taanaan maallaqa karaa isaa irratti bahu ilaalchisee akkana nuun jedha:يَاأَيÙّهَا…
Guutuu Dubbisi » -

Hojiin gaariin yookaan Ibaadaan ikhlaasa hin qabne kasaaraadha!
Abu Hureeyran(RA) akkana jechuun gabaasan:Ergamaan Rabbii((SAW)) akkana jedhan:“Guyyaa qiyaama namoonni yeroo jalqabaa irratti murteefamu nama shahiida(nama karaa Rabbii irratti du’e)…
Guutuu Dubbisi » -

Fakkeenya Warra Waan gaarii eega hojjatee booda of jalaa balleessuu!
Rabbiin ol tahe Warra Waan gaarii eega hojjatee booda of jalaa balleessu, Suuratul Baqaraa keessatti akkanatti isaan ibsa: أَيَوَدÙÙ‘ Ø£ÙŽØÙŽØ¯ÙÙƒÙمْ Ø£ÙŽÙ†…
Guutuu Dubbisi »










