Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Qabeenya halaal horatanii sadaqaa kennachuun sadarkaa namaa ol fuudha
Qur’aana keessatti warroonni sadaqaa kennan fakkeenya ajaa’ibaa qabu.“Fakkiinyi warra qabeenya isaanii karaa Rabbii keessatti arjoomanii, akka fakkeenya firii [boqqolloo] mataa…
Guutuu Dubbisi » -

Rahmata Rabbiitiin Jannata Seenan Moo Dalagaan Jannata Seenan?
Namoonni hedduun waan Rabbiin dalagaa jedhe osoo hin daleyne, waan Rabbiin hin dalaginaa jedhe ammoo dalagaa, akkasuma Salaatallee osoo hin…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggaa gama Rabbii wal yaamnu fi ibaadaa hojjannu akka nama hin hifachiifnetti haala jiru hubachutu gaari!
Namticha tokkotu Rasuulatti dhufee (SAW) “Abalu hoggaa nu salaachisu waan akka malee dheereysuuf salaata fajrii tureetiin salaata” jedheen. Takkaa ergamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Karaa Rabbii Irratti Jihaada Godhuu Feetaa?
Rabbiin rahmata isaatiin karaa ajrii ittiin argachuu dandeenyu heddu nuuf godhee jira. Nutis haga humna keenyaatiin karaa san fayyadamnee, jannata…
Guutuu Dubbisi » -

Dhiifama waliif haa goonu
Dhiifama waliif haa goonu. Dhiifamaas wal haa gaafannu. Nama hin miidhin! Dogoggoraan yoo miidhaa nama irra geessite immoo dhiifama gaafatuu…
Guutuu Dubbisi » -

Kijibaan maqaa wal xureeysuurraa haa if qusannuu
Rasuulli (SAW) “Namni kijibaan maqaa namaa balleeysu jannata hin seenu”Jedhan. وعن ØØ°ÙŠÙØ© رضي الله عنه قال”:” قال رسول الله صلى…
Guutuu Dubbisi » -

Shafa’aa
Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jedhe “Guyyaa qiyaamaa ani dursaa ilmaan Aadam tahee kaafama. Namni jalqaba qabriin banamtuuf ana. Namni jalqaba…
Guutuu Dubbisi » -

Soomanni Maali
Afaan Arabaatiin Soomana jechuun if qabuudha.Shari’aatti Nyaataa fii dhugaatii akkasumas waan soomana balleeysurraa if qabuun Rabbiif Ibaadaa godhuudha. Sadarkaa Soomanni…
Guutuu Dubbisi » -

“inni Jibriili; amantii keessan isin barsiisuuf isinitti dhufe “
Sahaabaan Guddichi Umar Ibnul Khaxxaab- Rabbiin Dalagaa Isaa gaggaarii irraa haajaalatuu- akkana jechuun gabaase. Guyyaa tokko Ergamaa Rabbii (SAW) bira…
Guutuu Dubbisi » -

DU’AA’IIN AKKAMITTI QEEBALAMTI
©Ustaaz Jaafar Bayaan irraa Rabbiin na kadhaa isiniifiin qeebala je’e jira. Garuu kadhaa nuti isa kadhannu akka qeebalamtu seeraa fii…
Guutuu Dubbisi »










