Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Qur’aanni maal nu barsiisa?-Ustaaz Jafar Bayaan
Qur’aanni irra caalaa gorsaati. Namni isa baratee barsiisus abbaa fedhe caala. Beekkumsa fedherra kan guyyaa qiyaamaa nama fayyadus Qur’aana. Kanaaf…
Guutuu Dubbisi » -

Fuula Rabbii arguu
“‹”‹Qananiin hunda caalu fuula Rabbii nu uumee arguudha. Salphinniifi hoongoon hundaa olii Rabbii ofii arguu irraa dhorgamuudha. Kanaafuu kaafiroonni Rabbiin…
Guutuu Dubbisi » -

Qajeelfama Nama Hunda Fayyadu -Gali Abbaa Boor
Namni kamuu kan inni ittiin gammadu kaayyoon inni qabu isaaf milkaa’uudhaani. Kaayyoon Muslima kamiiyyuu jaalala Rabbii argatee jannata ol aanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jaalala Rabbii Argachuuf”¦
Gurbaan tokko ergamaa Rabbii Muhammad ((SAW)) tti dhufee ” yaa Ergamaa Rabbii! Dalagaa yoonin isii dalage Rabbii fi namnilleen na jaalatutti…
Guutuu Dubbisi » -

Ibaadaan Qeebalamuuf ulaagaa qabdii?
Eeyyeen ulaagaa sadiin Ibaadaan Qeebalamti. 1. Rabbitti amanuu(tokkichoomsuu) 2. Rabbi qofaaf godhuu 3. Akka ergamaan Rabbii Muhammad(SAW) dalaganitti raawwachuu qabna.…
Guutuu Dubbisi » Ajaajni Allaah yaadaa fi qajeelfama namuutiinuu hin jijjiiramu
Namni waan Rabbiin eeyyame dhoorguu keessatti yookaan Waan Rabbiin dhoorge eeyyamuu keessatti beektotaan yookaan hoggantootaan bule dhugumatti Gabbaramtoota isaan godhate.…
Guutuu Dubbisi »Ikhlaasa fi mutaaba’aa (Ergamaa Rabbii hordofuu)-Gali Abbaa Boor
Madaalli dalagaa ilma namaa hunduu niyyaa irratti hundaa’a. Niyyaa bakka lamatti qooduun ni danda’ama. Isaanis: Ikhlaasaafi niyyaa dalagaa ittiin adda…
Guutuu Dubbisi »-

Namni Rabbiin isa jaalate dachii fi samittis jaalalatu labsamaaf
Namni Rabbiin isa jaalate dachii fi samittis jaalalatu labsamaaf. Kan Rabbi biratti jibbames akkasuma.Hadiisa Abuu Hureyraan odeesse keessatti Nabiyyiin ((SAW))…
Guutuu Dubbisi » -

Tawhiidni (Rabbiin tokkoomsuun) haqa Rabbiin Gabroota irraa qabu
Rabbiin ol ta’e ni jedhe:{وَمَا خَلَقْت٠الْجÙÙ†ÙŽÙ‘ وَالْإÙنْسَ Ø¥Ùلَّا Ù„ÙÙŠÙŽØ¹Ù’Ø¨ÙØ¯ÙونÙ} [الذاريات: 56]“Ani jinnootaafi namootas ana haa gabbaraniif malee hin uumne.”[Azzaariyaat:…
Guutuu Dubbisi » -

Barbaachisummaa amala gaarii
(Ustaaz Gaalii Abbaa Boor)Amala jechuun haala nama keessa sirriitti gadi seenee osoo baay’ee itti hin yaadin hojiin isarraa madduudha.Hojiin amala kana irraa maddu…
Guutuu Dubbisi »








