Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Diliin akka sirraa dhiqamtu ni feetaa?
Hadiisa Abuu Hureeyraan odeesse kan Muslim gabaase keessatti Ergamaan Rabbii (saw) sahaabaadhaan akkana jedhan: “Mee wahiin isin gaafadhaa, osoo mana…
Guutuu Dubbisi » -

Islaamummaa fi Nageenya
“Qaamota tokko tokkoon Islaamummaan amantii waraanaa godhamee fudhatama. Islaamummaan dhimma nageenyaatiif kan hin dhiphanne godhanii kanneen lakkaa‘anis hedduudha. Dubbichi garuu…
Guutuu Dubbisi » -

Rahmata nuuf kenname
Qophii-Jaafar Bayaan Rabbiin ol tahe Nabiyyii salallaahu aleeyhi wasallam rahmata aalama hundaaf godhee erge. Rasuulli (SAW) waa’ee isaa hoggaa dubbatu,…
Guutuu Dubbisi » -

Amala munaafiqaa fi Jabeenya Mu’minaa
Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jechuu isaanii Abdullaah ibnu Amr ibnu al-Aas (r.a) gabaase: “Namni amaloota afurii qabu munaafiqa qulqulluu ta’a.…
Guutuu Dubbisi » -

Namni Rabbitti amane maal argata?
Eegaa Rabbitti amanuuf, Rabbi gabbaruuf uumamne. Qabeenyi guddaan harka Rabbii waan jiruuf namni Rabbitti amane ammoo badhaasa qaba. Badhaasa tokko…
Guutuu Dubbisi » -

Bid’aan maali?
Bid’aa beytuu? Bid’aan maali? Gabaabsinee ‘Bid’aa’ jechuun baasa. Waan Shari’aa keessa hin jirre haaraya fidame. Waan Rabbii fi ergamaan isaa…
Guutuu Dubbisi » -

Rabbin eessa jira?
Bakka Uumaan jiru baruun, kun barnoota namayyuu beekuu qabu. Bakka Rabbiin kee jiru sirritti beekuu qabda. Bakka Rabbiin kee jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Walhaayadachiisnuu!
Walhaayadachiisnuu; Walyaadachiisuun Mu’uminoota ni fayyaddi! Mu’umina jechuun kan yeroo hunda Rabbi sodaatu, kan of hin irraafanne kan oggaa maqaan rabbi…
Guutuu Dubbisi » -

Namni jechi isaa kan xumuraa “Laa’ilaaha illaa Allaah” tahe milkaahe
Namni jechi/kalaamni isaa kan xumuraa “Laa’ilaaha illaa Allaah” tahe milkaahe وَعَنْ Ø¹ÙØ«Ù’مَانَ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رسول الله (SAW):…
Guutuu Dubbisi »










