Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Dhibeen Vaayirasii Koronaa jedhamuun daddarbu guutuu addunyaa keessatti saffisaan babal’ataa jiraatuu ibsame
Dhibeen Vaayrasii Koronaa jedhamuun nama irra namatti darbu, hanga ammaa lammiilee Chaayinaa 1300 ol kan qabate yoo tahu, ogeeyyota fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Luqmaan Al Hakiim, Akkamitti Hakiima Ta’e?
Akkamitti Hakiima taate(hayyummaa arkatte)? Ja’ani Luqmaan al Hakiim gaafatan. “Dhugaan dubbadha! Amaanaan eega! Maalaaya’nii(waan bu’aa hin qabne) irraahin fagaadha.” Ja’e.…
Guutuu Dubbisi » -

Aangoo fi Qabeenya
Aangoofi qabeenya Rabbiin nama barbaadeef kenna. Nama barbaade ammoo ni dhoowwata. Madaallii ilma namaatiin olitti kun waan Rabbiin beekkumsaafi dandeytii…
Guutuu Dubbisi » -

Duniyaa
Abdullaahi bin Mas’uud akki je’u: “Ilmi namaa hundi ganama keeysummaatu adunyaaf hirribaa lafaa ka’a, qabeenyi isa bira jirus amaanaadha. Kheeysummaan…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchinsa Gaarii (Good Governance) Umar Ibnal Khaxxab
Yeroon yeroo Amiirri Mu’mintootaa Umar Ibnul Khaxxaab bulchaa ture sani. Dubartiin Masrii takka bulchaa Masrii(kan yeroo san Umar bakka bu’ee…
Guutuu Dubbisi » -

Ergamaa haqaa jalan deema!
Haqa gosa abaluutirra dhara gosa tiyyaa naaf wayya jedhe namichi doofummaan gammoojjii arabaa amata 1500 dura ija jaamsite tokko. Namni…
Guutuu Dubbisi » -

Soreessa Adduunyaa Jarraa 14ffaa
Yeroo ammaa kanatti Sooreyyii irraa yoo dubbatamu wanti sammuu keenya keessa dhufu, dureeyyii Addunyaa akka Bernard Arnault, Bil geet, Warren…
Guutuu Dubbisi »










