Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Sheekh Muhammad Amiin Al-Karroo Rabbi rahmata haa godhuuf.
Sheekh Muhammad Amiin Abdullaahi Oromticha. Oromticha maqaa je’u anaa miti kan itti ide’e Sheekni Kitaaba Isaa hundarratti (Al-Oromii) Oromticha jechuun…
Guutuu Dubbisi » -

Umar bin Al-Khaxxaab yoom rafa?
Gaafa tokko Mu’awiyaa binu Khudeeyji biyya Misraa irraa injifannoo Iskandariyaatti argatan itti gabaasuuf Madiinaa dhufe. Hoggaa inni masjida ol seene…
Guutuu Dubbisi » -

Beekkamtii Barbaadduu?
Warra lafaa osoo hin taane, beekkamtiin guddoon warra samii biratti beekkamuudha. Beekkamtiin dhugaan nama fayyadduus sani. Beekkamtii warra lafaa, booddeen…
Guutuu Dubbisi » -

Mudannoo paarlaamaa Keeniyaa fi Niiw Ziilaand keessatti mudatte
Torbee lamaan dabre kana keessa paarlaamaa biyyoota garagaraa lamatti mudannoon walfakkaatu mudate. Biyyoonni lamaan kun tokko biyya oollaa keenya Keeniyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hadiisa 10 qabeenya Umamaa fi kunuunsa Naannoo Ilaalchisee
Qophii: Abbaas Ibnul Islam Wantoota Yeroo ammaa Addunyaa Cinqaa jiru keessaa tokko haphachuu qabeenya uumamaa fi faalama qilleensaati. Sabaaba faalama…
Guutuu Dubbisi » -

Kaayyoon hedduu fuudhuu karaa godhamteef maali?
Qophii: Usmaan Abdullaxiif Haqa isaanii eeguu dandeenyaan Shari’aan Islaamaa dhiiraaf hiree takkaa ol fuudhuu lafa keessee jirti. Hedduu fuudhuun karaa…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Telefoonni Kaampaanii HUAWEI amma booda oomishamu tajaajila Facebook fi Google kan hin qabne tahuu quba qabduu?
Kaampaanii Telefoona SMART tahan oomishan Keessaa sadarkaa lammaffaa irratti kan argamu Kaampaanii Chaayinaa HUAWEI jedhamuun beekamu yoo tahu, biyyoota…
Guutuu Dubbisi » -

Ramadaana 17 fi Injifannoo lola Badri.
Qophii : Abbaas Ibnul IslamI Islaamummaa keessatti baatiin Ramadaana baatiiwwan biroo caalaa Muslimoota biratti baatii jabaadha. Baatii kana keessa dalagaawwan…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Feesbuuk jiddu gala gamaaggama qabiyyee jalqabaa Keeniyaatti banuuf akka tahe beeksise
Dhaabbanni Feesbuuk biyyoota Afrikaa Saharaa gadi jiran keessatti yeroo duraatiif jiddu gala gamaggama qabiyyee (Content Review) Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti…
Guutuu Dubbisi »









