Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Magaalaan Aksuum Muslimootaaf Maali?
Hordooftoonni Amantaa Ortoodoksii magaalaan Aksuum magaalaa Kabajamtuu jechuun amanu. kun immoo mirga. Islaamummaan amantaa kaamiyuu irratti dhiibbaa hin godhu, abbaan…
Guutuu Dubbisi » -

Qalbii teenya haa jabeeffannu
Qajeellummaa fi gad dhaabbannaa nama tokkootiif qur’aanni haalaan barbaachisa. Karaan gaariin gara Rabbii ittiin dhihaachuu dandeenyuunillee kalaamuma isaa irra deddeebinee…
Guutuu Dubbisi » -

Haa karoorfannu
Kaayyoo milkeessuu barbaaddu bira gahuudhaaf, karoora jabaa baafatuun dirqama. Nuti Muslimoonni kaayyoo takka qabna. Sunis jannata Rabbii argachuudha. Jannata argachuudhaaf…
Guutuu Dubbisi » -

Keessummaa Arjaa
Jiruuf jireenya ilma namaa keessatti keessummaan bakka guddaa qaba. Keessummaa namatti dhufte haala gaariin keessummeessuun barbaachisaadha. Waan keessummaan sun nurraa…
Guutuu Dubbisi » -

Riqicha Daawwitii irraa hojjatame.
Riqichi kun biyya chaayinaa daggala guddaa tokko keessatti gaara 2 jiddutti hojjatame. ol fageenyi isaa lafarraa Meetira 300 yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Warra Mirgaan Jirutu Haqa Qaba
Anas bin Maalik (Rabbi isarraa haa jaalatuu) hadiisa takka akkana jechuun nuuf dabarse: Ergamaan Rabbii (SAW) gara mana keenyaa dhufanii,…
Guutuu Dubbisi » -

Telefoona Foolii Fuunfatu.
Jawwaalli Kun KAT S61 jedhama. namoota Konistraakshiina ykn Ijaarsa adda addaa keessa hojjataniif qophaahe. Bakka hojiitti akka tasaa yoo keemikaalli…
Guutuu Dubbisi » -

Umar Ibnu Ubeeydullaah.
Umar Ibnu Ubeeydullaah nama sadaqatuun beekamuudha. Guyyaa tokko osoo daandii irra deemaa jiru ooyruu biqiltuu takka bira gahe, wanti inni…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidal Aqsaa Kutaa 8ffaa
Hooggantoonni Salahaddiiniin bakka bu’an, dachii Shaam, Misraa fi iiraaq bulchuuf tattaaffii godhanii jiru. Haa tahu malee dachii bal’aa san akka…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidal Aqsaa Kutaa 6ffaa
Waraanni Masqalaa bakka Assafuuriyaa je’amtu eega qubateen booda, walmormii mootota isaanii jiddutti godhameen gara waraana Salaahaddiin imaluu murteessan. Kun garuu…
Guutuu Dubbisi »










