Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Baawobaab
MUKA KANA BEEYTUU? Sanyiin Muka kanaa sagaltu jira. Inni jahaa Maadaagaaskaar qofa keessatti argama. Lama dachii Afriikaa Kibbaa fi Arabiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dheebuun Walabummaa Ummata Kaatalaan Eessarraa Garamitti?
Kaatalooniyaan naannoo Kaaba baha Ispeenitti argamtu yoo taatu, jiraattonni isii ammoo Ummata Kaatalaan jedhamu. Nannoo isaaniitiin “Paisos Catalans” yookaan ammoo…
Guutuu Dubbisi » -

Tile (Meeshaa Furtuu namaa barbaadu)
Telefoona keenya yoo mana keeysatti bakka keenne dhabne, telefoona nama birootiin itti bilbillee yoo inni yaame barbaannee argina. furtuun yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Toyotan Bara 2022 Konkolaataa Ajaa’ibaa hojjachuuf deema jedhe.
Makiinaan socho’uudhaaf gaaza barbaada. yeroo dhihoo asitti ammoo, makiinaawwan humna elektriikaatiin hojjatanis oomishamutti jiru. garuu rakkoon makiinaa elektriikaa baatrii isaati.…
Guutuu Dubbisi » -

Roobootiin akkamitti Namaan haasawa?
Sa’udiin Addunyaa irratti yeroo jalqabatiif Robootiif lammummaa kennite. Kora Investimentii magaalaa Riyaad keessatti qophaaye irratti Robotiin namaan walii waliigaltu, ummatatti…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidal Aqsaa Kutaa 3ffaa
Waraanni Masqalaa eega Magaalaa Al Quds harkatti galafateen booda, guyyoota kudhaniif walitti aansee ajjeechaa garajabeenyaa raawwate. Muslimoonni kumaatamaan lakkaawaman magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Istiingrey
STINGRAY Uumamni kun Stingray jedhama. Stingray Sanyii qurxummiiti. Qaamni uumama kanaatis kan ajaa’ibaati. Qaamni isaa akka eelee biddeenaa ykn ammoo akka sahanii…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidal Aqsaa Kutaa 2ffaa
Seenaa kana dubbisuu eegaluu keetiin duratti, seenaa kutaa1ffaa dubbisuu kee mirkaneeyfadhu! Kutaa dabre keessatti waa’ee ijaarsa Masjiidal Aqsaa gabaabinaan ilaallee jira. Naannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Jaguwaarandii
Mee amma ammoo Xayyaara yaadaa yaabbannee gara ardii ameerikaa haa imallu. Bineensi hardhaaf isinii filadhes Sanyii Adurreeti. Bineensi kun Jaguarondi…
Guutuu Dubbisi » -

Shummoo irraa gama Abbaa Qabeenyaa
Qophii: Abuu Muhammad (Jaafar Bayaan) Guyyaan August 8 ture. Keeniyaan Filannoo akkaan sodaatamaa gaggeeysaa jirti. Balaan bu’uu mala jechuun warri…
Guutuu Dubbisi »










