Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-
Uumama umrii isaa guutuu mukarraa hin buune
Uumamni kun OIingo jedhama. Olingon naannawa bosona jiidhaa oowwaa jiraata. Hedduminaanis mukarraa osoo hin bu’in jirenya isaa geggeeffata. Uumama kana…
Guutuu Dubbisi » -
Uumama Hogganaa hin qabne
Barasinghan sanyii bosonuuti. Sanyiin bosonuu kun maqaa biraa kan swamp deer jedhamuunis ni waamama. Kunis uumamni kun hedduminaan lafa caffaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Horii Gaafaa Keessaa Guddicha
Uumamni kun Ardii Eeshiyaa keessatti kan argamu yoo ta’u maqaan isaatis Gaur jedhama. Gaur sanyiiwwan bovine (BOOVAAYIN) ykn Horii gaafaa…
Guutuu Dubbisi » -
Hoolaa Guddina Qamaatiin Harreen Wal Qixaa
Barruu tanaan yaadaan gara Ardii Eeshiyaa imallee hoolaa bosonaa tokko isin daaw’achiisna. Maqaan isaa Argaalii jedhama. Argaaliin biyyoota Eeshiyaa jiddu…
Guutuu Dubbisi » -
Qurxummii Cabbii Keessa Jiraatu
Maqaan isaa Beluga whale jedhama. Beluga jechuun akka afaan naannawa Raashiyaatti adii jechuudha. Maqaa kanas bifa gogaa isaa irraa argate.…
Guutuu Dubbisi » -
Bineensa Qusannaa Soorataa Beeku
Uumamni kun maqaa Kinkajou (Kink-ah-joo) jedhamuun waamama. Maqaa biraa kan honey bear jedhamuunis ni beekama. Sababni isaa qaamni isaa bineensa…
Guutuu Dubbisi » -
Ameerikaan Allaattii Kana Maaliif Mallattoo Godhatte?
Ardiin Ameerikaa tun bal’oo waan taateef haala qilleensa hunda of keessatti qabatteerti. Oowwa uffata nama baafachiisurraa kaasee, haga qabbana kottee…
Guutuu Dubbisi » -
Allaattii Sheeyxaanaa
Maqaan uumama kanaa Anhinga jedhama. Anhinga jechuun akka afaan ummata Tuupii kan Braazil keessa jiraataniitti, Allaattii sheeyxanaa ykn ammoo Allaattii…
Guutuu Dubbisi » -
Qamaleen Kun Maaliif Arraba Baasa?
Uumamni kun Emperor Tamarin jedhama. Emperor Tamarin Sanyii qamaleeti. Sanyiilee qamalee xixiqqaa jedhaman keessaalle isa tokko. Uumamni kun biyyoota Ardii…
Guutuu Dubbisi » -
Kormaa hanqaaquu hammatee ilmoolee guddisu
Allaattiin kun Rhea (Riyaah) jedhama. Riyaan sanyiiwwan allaattii Ameerikaa kibbaa keessatti argaman keessaa isa guddaadha. Uumamni kun naannawa margaan uwwifame…
Guutuu Dubbisi »