Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-

Muka Timiraa
Baatii Ramadaanaa dabre keessa muslimni guutuu addunyaa keessa jiraatu hedduun soomana furuudhaaf timiratti dhimma bahaa ture. Kunis dhaamsa Rasuulli (SAW)…
Guutuu Dubbisi » -

Haroo Baykal
Lafti irra jiraannu tun irra caalaan isii bishaaniin uwwifamee jira. Lafa tanarraa Parsantii 71.6 kan ta’u qaamma bishaaiiti. Kan hafe…
Guutuu Dubbisi » -

Diskas
Qaamman bishaanii keessa uumama lakkaawamnee hin dhumne hedduutu jira. Uumamni barruu tana keessatti ilaallus galaana keessatti kan argamu yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Miirkaat
Sanyiin uumama kanaa gosti 3 kan jiru yoo ta’u, garaagarummaa rifeensaa malee qaamni isaanii walfakkaataadhaa. Miirkaat hoosiftoota xixiqqaa keessatti ramadama.…
Guutuu Dubbisi » -

Dhahannaa Onnee
Qaamni ilma namaa hundi dalagaa uumameef qaba. Akkasuma qaamni hundi eega sa’aa dheeraaf dalagee booda boqonnaa fudhata. Kanaaf Rabbiin halkan…
Guutuu Dubbisi » -

Proboscis Monkey (Qamalee funyaan Kumbii)
Uumama Rabbiin keenya uume lakkoofne fixuu hin dandeenyu. Wanti hundi bifa fi sanyii garagaraa qaba. Garbuun gosa garagaraa qaba, qamadiin…
Guutuu Dubbisi » -

Piraanhaa
Piraanhaan sanyii qurxummiiti. Maqaan piraanhaa jedhu afaan biraaziliitiin “Qurxummii ilkaan qabu”jechuudha. Qurxummiin kun ilkaan akkaan qaraa qaba. Kanaafis ilmi namaa…
Guutuu Dubbisi » -

Electric Eel (Qurxummii Elektirikaa)
Uumaan Rabbii keenyaa laakkawamee hin dhumu. Hardha uumama addaa tokko isin daaw’achiisna. Rabbiin keenya waan uumee dachii kana ittiin guute…
Guutuu Dubbisi » -

Dusky Dolphin
Uumamni hardhaaf ilaallu gosa qurxummiiti. Maqaan isaa Afaan ingiliffaatiin Dusky Dolphin jedhama. Uumamni kun Sanyiiwwan Dolfin bishaan keessatti argaman keessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Gammoojjii Sahaaraa
Rabbiin (SW) dachii tana keessatti haala qilleensaa garagaraa uume. Qilleensi naannoo garii qabbanaawaa yoo ta’u, gariin ammoo oowwi isaa daangaa…
Guutuu Dubbisi »








