Awrooppaa
Odeeyfannoo Awrooppaa
-
Manni murtii Faransaay dubartii Muslimaa qondaala harka fuudhuu diddee lammummaa dhoorkate
Biyya Faransaayitti Bulchiinsi naannawa Isere June 2016 dubartii muslimaa dhalootaan Aljeeriyaa taate sirna kenniinsa lammummaa irratti qondaala harka fuudhuu diduu…
Guutuu Dubbisi » -
Ameerikaa fi deeggartoonni isii Suuriyaa keessatti haleellaa jalqaban
Ameerikaa, Briteenii fi Faransaay Suuriyaa keessatti ganama har’aa haleellaa jalqaban. Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp gamtaana waraana biyyoota sadanii Suuriyaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Ameerikaan dipiloomaatota Raashiyaa 60 biyya isiitii ari’uuf murteessite
UK magaalaa Salisbury keessatti Suummaayuu basaastuu lammii Raashiyaatiin walqabatee, Briteen gocha kana mootummaan Raashiyaattu qindeesse jechuun himatte. Kanuma hordofuun Briteen…
Guutuu Dubbisi » -
Hiriirri Mormii Lammiileen Biyya keenyaa biyyoota Awrooppaa jiraatan geggessaan cimee itti fufee jira
Lammiileen biyya keenyaa biyyoota Awrooppaa keessa jiraatan haala siyaasaa Itoophiyaa keessa jiruu fi sarbama mirgaa mootummaan raawwataa jiru kan balaleefataa…
Guutuu Dubbisi » -
Prezdantiin Faransaay kan duraanii hidhame.
Prezdantii Faransaay duraanii kan tahe Nikolas Saarkozii, Duula Filaannoo bara 2007 geggeefamef, Prezdantii Libiyaa duraanii kan tahe Mu’ammar Gadaafii irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Briteen Dipiloomaatota Ruusiyaa 23 biyya isiitii ari’uuf kan qophoofte tahuu beeksifte
Briteen haleellaa Summii basaasticha qara lamaa lammii Ruusiyaa tahe irratti raawwatameen walqabatee, Dipiloomaatota Ruusiyaa 23 biyya isiitii ari’uuf kan qophoofte…
Guutuu Dubbisi » -
Turkiyaan Xiyyaarri waraanaa Suuriyaa keessatti jalaa kufuu beeksifte
Xiyyaarri waraana Turkiyaa Suuriyaa naannawa magaalaa Afriin keessatti kan kufe tahuu prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan beeksise. Prezdaant Erdogaan Sabtii har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Namichi Briiteenitti Muslimoota Masjiidaa bahaa turan Makiinaa itti buusee ajjeese hidhaa waggaa 43tiin adabame.
Namtichi Daren Osborne jedhamu waggaa dabre ji’a Waxabajjii keessaa, Â Muslimoota Masjiida Kaaba Landanitti argamutti salaatanii bahaa turan konkolaataa irra oofuun…
Guutuu Dubbisi » -
Turkiyaan waraanni Ameerikaa magaalaa Maanbiij keessaa akka bayu akeekachiiste.
Angaawoonni Turkiyaa fi Ameerikaa Arba’aa kaleessaa duula Turkiyaan Suuriyaa keessatti jalqabde ilaalchisee bilbilaan mari’ataniiru. Ministeerri haajaa alaa Turkiyaa marii hooggantoota…
Guutuu Dubbisi » -
Jarmanitti Qondaalli Paartii AfD tokko Islaamummaa Qeebaluun Gabaafame.
Jarman keessatti Qondaalli ol’aanaan Paartii jibbiinsa Muslimootaa leellisuu tokko Islaamummaa qeebaluun paarticha gad lakkise. Hogganaa Ol’aanaa paartii “Alternative for Germany(AfD)”…
Guutuu Dubbisi »