header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AwrooppaaOdeeyfannoo

Prezdantiin Faransaay kan duraanii hidhame.

Prezdantii Faransaay duraanii kan tahe Nikolas Saarkozii, Duula Filaannoo bara 2007 geggeefamef, Prezdantii Libiyaa duraanii kan tahe Mu’ammar Gadaafii irraa maallaqa fudhate sabaaba jedhuun pooliisiin kan qabame tahuu odeeyfannoon ni mul’isa.
Poolisiin Faransaay hardha qorannoo irratti geggeessuu akka jalqabe fi Bara 2013 yakki himanna irratti dhiyaatus yeroo sanitti himannaa irratti dhiyaatee ture kan hin fudhanne tahuu ibsee ture.

Himaannan kunis qondaaltoota pirezdantii Libiyaa duraanii lama irrattis kan dhiyaate tahuullee odeeyfannoon kun ni ibsa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button