Eeshiyaa
Odeeyfannoo Eeshiyaa
Mootummaan Sa’udii Prezdaantiin Yaman akka hin sochoone uggure
Mootummaan Sa’udii Prezdaantiin Yaman, ilmaan isaa akkasumas ministeerota isaa fi qondaaltonni waraanaa gara biyya isaaniitti akka hin deebinee kan uggure…
Guutuu Dubbisi »-

Mootummaan Sa’udii "Iiraan weerara nu irratti geggeessaa jirti" jedhe.
Ilmi Malika Sa’udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu, haasawa isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Hidhattoonni Huusii Misaa’ela Baalastikii gara Sa’udii dhukaasan.
Hidhattoonni Husii Misaa’ila fegeenya dheeraa furguuggeffamu gara magaalaa guddoo Sa’udii kan tate Riyaaditti dhukaasuu beeksiisan. Misaayilli loltoonni husii darbatan kun…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’udii iiraniin Ingiliizitti himate.
Ilmi Malika Sa’udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu, haasawa isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Kanaadaan deeggarsa doolara Miliyoona 9.5 ol muslimoota Rohingiyaatiif arjoomte.
Mummichi ministeera Kanaadaa Jastiin Trawudoo; Muslimoota Rohingiyaa kan duguuggaa sanyii waraanni mootummaa Miyanmaar irratti raawwata jiru jala lubbuu isaanii hambisuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Kurdistaaniifi mootummaan jiddu gala Iiraaq waraana walirratti banan.
Ji’a dabre keessa Rifarandamii Bulchiinsi kutaa kurdistaan geggeesseen, erga ummanni Kurdistaan irra caalaan Iiraaq irraa fottuquu filatee booda, mootummaa jiddugalaa…
Guutuu Dubbisi » Deeggarsi baqattoota Rohingiyaatiif godhamaa jiru haalaan xiqqaa tahuu UNICEF akeekKachiise.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ejensiin gargaarsa daa’immanii (UNICEF) ibsa guyyaa hardhaa baaseen, Daa’imman Muslimoota Rohingiyaa kumaatamaan lakkaayaman, kanneen ajjeechaa waraana mootummaa…
Guutuu Dubbisi »





