Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Imbaasiin Ameerikaa Ustaaz Ahmaddiin Jabali fi Obbo Andu’alem Arraagee Viisaa Ameerikaa seensisu dhoorkate
Dhaabbanni Atlaantik Kaawunsil jedhamu namoota hawaasa isaanii biratti jalaatamoo jedhaman filatuun kora irratti kan affeeru yoo tahu, Itoophiyaa irraa namoota…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Muudama Kaabinee Muummichi ministeeraa dhiheesse raggaasise
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Kaabinee haaraya ijaare ganama har’aa paarlaamaaf dhiheessuun raggaasise. Dr Abiy muudama miniseerota haaraya 10 fi…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa guyyaa boruu Kaabinee isaa Paarlaamaaf dhiheessuun ni raggaasisa jedhamee eegama
Manni Maree bakka bu’oota Ummata guyyaa boru kora idilee kan geggeessu yoo tahu, muummichi minnisteeraa Dr Abiy Ahmad walgahii kana…
Guutuu Dubbisi » -

Daandiin magaalaa Adamaa irraa gara Diksiis geessu cituun ummanni rakkataa jira.
Godina Arsii magaalaa Diksiis iddoo Kaampii Chaayinaa jedhamutti daandiin Cituun konkolaataan magaalaa Adaamaa irraa gara Diiksiis deemu, akkasumas geejjibni magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Kaffaltiin imala Hajjii fi Umraa birrii 22,000 dabaluun ibsame
Galmeen imala hajjii fi Umraa bara kanaa torban dabre keessa kan jalqabame yoo tahu, kaffaltiin bara kanaa kan waggaa dabree…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa muudama hooggansa haaraya gaggeessuu beeksise
Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa muudama hooggansa haarayaa kan geggeesse tahuu gabaasni Biiroo dhimmoota Kominikeeshiinii naannichaa irraa argame ni ibsa. Hooggaanaan…
Guutuu Dubbisi » -

Liyyuu poolisiin naannoo Somalee ummata nagayaa irratti boombii darbe.
Liyyuu poolisiin naannoo Somalee ganama har’aa magaalaa Mooyyaalee keessatti ummata nagayaa irratti bombii darbachuun miidhaan guddaan kan dhaqqabe tahuu waajjirri…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Taayyee Danda’aa, Obbo Siyyuum Tashooma fi Komaandar Iyyaasuu Hangaasuu hidhaarraa hiikaman.
Dubbi himaa Biiroo Haqaa Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aa, Barsiisaa Yunivarsiitii Amboo Obboo Siyyum Tashoomaa fi Ajajaan Poolisii Kora bittinneessaa Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaa Cufiinsa Majlisa Sheekh Usmaan Durrii geggeeffame
Godina Harargee Bahaa Dirree Xiyyaaraatti kan argamu majlisa Sheekh Usmaan Durriitti seensa baatii Ramadaanaa sababeefatuun guyya hardhaa sagantaa cufiinsaa guddaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Sulxaan Amaan fii Ustaaz Hasan Abbii lammiilee buqqifaman gargaaran
Miseensota Koree Furmaata barbaadduu Hawaasa Muslimaa kan tahan Sheekh Sulxaan Amaan fi Ustaaz Hasan Abbii, lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa…
Guutuu Dubbisi »










