Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Manni murtii Federaalaa Hooggantoota KFO Iirratti hidhaa addaa murteesse
Manni Murtii Federaalaa guyyaa har’aa hooggantoota KFO galmee Obbo Gurmeessaa Ayyaanoo jalatti himataman keessaa, Obbo Baqqalaa Garbaa,Obbo Dajanee Xaafaa,Obbo Addisuu…
Guutuu Dubbisi » -

UNICEF gaaga’ama Itoophiyaa keessatti uumame ilaalchisee ibsa baase.
Waldhabbii daangaa naannolee Oromiyaa fi Somaalee jiddutti muudate hordofuun, jireenyi namoota kuma 700 ta’an kan gaaga’ame akka tahee fi keessumaayyuu…
Guutuu Dubbisi » -

Polisiin Federaalaa Dargaggoota irratti qorannoo yakkaa jalqabuun gabaafame
Mootummaan Itoophiyaa fincila biyyattii keessatti gaggeeffamaa jiru, itti gaafatamummaa fudhachuu eega ibsee booda, Poolisiin Federaalaa dargaggoota Oromoo “Qeerroo” irratti qorannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Manni maree nageenya Itoophiyaa haala nageenya biyyattii ilaalchisee walgahii eegale.
Muummichi ministeeraa Obbo Hayila Maariyam Dassalenyi baniinsa kora kanaa irratti, lammiileen sababa waldhabdee dangaa naannoo Oromiyaa fi Soomalee irraa buqqifaman,…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni Yuunivarsitii Bulee Horaa waraanni mootummaa nu dararaa jira jedhu.
Barattoonni Yuunivarsitii Bulee Horaa weerara waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Soomalee daangaa Oromiyaa cehuun raawwata jiru fi qajeelfama ministeerri barnootaa “barattoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaalli Mootummaa Dargii tokko Yakka Waraanaatiin Mana Murtii Neezarlaanditti himatame.
Guyyaa kaleessa namni qondala mootummaa Dargii ture kan Isheetuu Alamuu jedhamu, Abbaa Alangaa Mootummaa Neezarlaandiitiin himatamee, mana murtii Zeheeg kan…
Guutuu Dubbisi » -

Koolleejjiin Islaamaa Abbaa Jifaar Barsiisoota Waggaa lamaaf leenjisaa ture Eebbisiise.
Sagantaan Eebbaa kun Masjiida guddicha magaalaa Jimmaatti argamu Masjiida Rahmaatti kan geggeeffamee oole yoo tahu, Daa’iwwan 45 Naannolee adda addaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Arsii Nageelleetti geggeeffame.
Sagantaan moonaa masjiida Nuuriitti geggeeffama jiru kun kaaayyoon isaa, Ulamaa’oota biyya biyya jiran waliitti fiduun wal barsiisuu, iddoowwan hanqinni barnoota…
Guutuu Dubbisi » -

Eega Labsiin yeroo muddamaa labsamerraa kaasee godina Arsii lixaa fi Arsii irraa namoonni 240 ol ajjeefamuu ibsame.
Liigiin Mirga dhala nama gaanfa Afrikaa (The Human Right League of the Horn of Africa) guyyaa labsiin yeroo muddamaa labsame…
Guutuu Dubbisi »









