Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Breaking News: Afa-Yaa’iin Mana Maree Federeeshiinii Aadde Keeyriyaa Ibraahim angoo gadi lakkisuu gabaafame.
Afa-Yaa’iin Mana Maree Federeeshiinii Aadde Keeyriyaa Ibraahim angoo gadi lakkisuu gabaafame.Dhaabbanni Televizhiina Naannoo Tigraay akka gabaasetti, Aadde Keeyriyaa Ibraahim “mootummaan…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 8, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 2,156 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 7, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 86 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Federaalaa Gaaffii ummataaf hatattamaan deebii akka kennu, Majlisni Oromiyaa gaafate
Majlisni Oromiyaa xalayaa fuula 6 qabu kan Majlisa Federaalaaf barreese irratti, Majlisni Federaalaa yeroof amaanaan hoggantoota aangoo irratti argamanitti kennamuu…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 6, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 1,934 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 5, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 169 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE June 4, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 1,636 gahe Ministeerri Fayyaa ibsa Khamiisa har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 03,2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 142 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Aba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATE JUNE 01,2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 85 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Federaalaa ‘Kaartaan lafa Masjidaa fi Wiirtuu Islaamaaf kenname’ maqaa isaatiin akka qophaa’u gaafate
Muummichi ministeeraa Abiy Ahmad, Ramadaana bara dabre, magaalaan Finfinnee magaalaa waldeennaa gamtaaa Afrikaa tahuu isii hordofuun lafa Masjidaa fi wiirtuun…
Guutuu Dubbisi »










