Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Deeggarsa Muslimoota Mooxaatiif sagantaan maallaqa walitti qabuu guutuu biyyattii keessatti haala hoo’aan cimee itti fufee jira
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Masjiidotaa magaalaa Mooxaatti gubaman ijaaruu fi muslimoota Maagaalattii haleellaa Shorokeessitootaatiin qabeenyi isaanii jalaa barbadaaye bayyanachiisuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Namoonni dhiheenya kana mallattoon dhibee Koronaa irratti argamuun shakkaman Vaayirasicha irraa bilisa tahuu ibsame
Qondaaltonni ministeera fayyaa Ityoophiyaa Kiibxata dabre ibsa kennaniin, barataa lammii Ityoophiyaa Chaayinaa irraa deebi’e tokko irratti mallattoo mulidhateen wal qabatee…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Ityoophiyaa miiliyoonni torbaa ol beelaaf kan saaxilaman tahuu gabaafame
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii, mootummaan Ityoophiyaa fi Dhaabbileen gargaarsaa akka ibsanitti, lammiilee Ityoophiyaa bara 2020 keessa deeggarsa namoomaa barbaadan miiliyoona 8.4…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni Yunivarsitii Jimmaa waraanaan reebaman
Yunivarsitii Jimmaa kaampaasii Kitu furdisaatti, guyyaa har’aa barattoonni ‘ajjeechaan godinaalee Wallaggaa keessatti raawwatamuu fi labsiin Komaand Poostii garasitti labsame haa…
Guutuu Dubbisi » -

Breaking News: Namoonni dhibee Vayirasii Koronaatiin qabaman Ityoophiyaa keessatti argamuu gabaafame
Gaazexaan Capital jedhamu Itti aantuu Ministeera Fayyaa Ityoophiyaa Dr. Liyaa Taaddase eeruun akka gabaasetti, sakatta’iinsa fayyaa keellaa buufata xiyyaara Boolee…
Guutuu Dubbisi » -

‘Amnesty International’ Ityoophiyaatti; deeggartoonni Paartii mormituu hidhamaa jiraachuu ibse
Dhaabbanni mirga namoommaaf falmu Amnesty International ibsa guyyaa har’aa baaseen, mootummaan Itiyoophiyaa hiriira iddoo garagaraatti deeggartoonni Paartilee mormitootaa godhan gufachiisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Kitaabni mataduree “Amanuu Baattus Amantiin walbari”jedhuun qophaa’e eebbifame
Kitaabni kun guyyaa kaleessaa galma magaalaa Asallaatti eebbifame. Sagantaa eebbaa irrattiis Ustaazootaafi keysummoonni iddoo garagaraa irraa dhufan, Akkasumas hawaasni Muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Majliisa Godina Shawaa Kaabaa angoo isaanii hoggantoota haaraya filatamaniif dabarsanii kennan
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Godinaa Shawaa Kaabaa torbee sadi dura hoggantoota majliisa godinichaa haaraya filatuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Haaluma…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Ulamaa Harargee bahaa, magaalaa Harar bakka qabeenyi Muslimaa itti haleelame daawwate
Shoroorkeessitoonni Kiristaanaa haleellaa torbaan dabre keessa magaalaa Hararitti hawaasa Muslimaa irratti raawwataniin lubbuun namaa dabruun ni yaadatama. Akkasumas Namoonni hedduun…
Guutuu Dubbisi » -

Miidhamtoota haleellaa magaalaa Mooxaatiif sagantaan deeggarsaa geggeeffamuufi
Haleellaa Shoroorkeessitoonni Kiristaanaa naannoo Amaaraa magaalaa Mooxaatti Muslimoota irratti raawwataniin, Masjida, manneen daldalaa fi qabeenyi Muslimootaa hedduun barbadaa’uun ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi »










