Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Balaa Konkolaataa Godina Shawaa Bahaa aanaa Dugdaatti muudateen lubbuun nama 25 dabre
Itti gaafatamaan sab-qunnamtii Poolisii Godinicha Komaandar Asichaalaw Alamuu akka ibsetti, balaan sukkanneessaan kun har’a waaree booda Minibaasiin humnaa ol fe’attee…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri mormii guddaan Naannoo Kibbaa Magaalaa Dillaatti gaggeeffame
Haleellaa Jum’aa torban dabre (halkan December 20) naannoo Amaaraa godina Goojjam magaalaa Mooxaatti raawwatameen Masjidni 4 shoorarkeessitootaan gubamuun ifa. Achiin…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaan Masjidoota magaalaa Mooxaa osoo hin raawwatamin dura Hoggansa Naannichaaf, iyyannoon kan dhihaatte tahuun gabaafame
Haleellaa Masjidootaa fi hawaasa Muslimaa naannoo Amaaraa godina baha Goojjaam magaalaa Mooxaa irratti Juma’aa dabre(halkan December 20) raawwatame hordofuun, Masjidoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree fala Barbaadduu Konfiransii Nageenyaa irratti hirmaatuuf magaalaa Harar Seenaan
Konfiransii nageenyaa manni marii dhimmoota Islaamaa naannoo Hararii qopheesse irratti hirmaachuuf miseensonni Koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal,…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri mormii guddaan arra Godina Arsii lixaa Magaalaa Seeroftaatti gaggeeffamaa oole
Abbootii amantaa dabalatee hiriira kanarratti Qeerroo fi manguddoonni naannichaatis hirmaatanii jiran. Akkuma beekkamu Jum’aa kute(halkan December 20) naannoo Amaaraa godina…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Nageenyaa fi Tokkummaa Magaalaa Harar galma Calnqootti geggeeffamaa jira
Konfiransii mata duree “Nageenyaa fi Tokkummaa”jedhuun Majliisni Naannoo Hararii qopheesse kana irratti, hoggantoonni Majliisa naannolee saglani fi bulchiinsa magaalota lamaanii,…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa guutuu biyyattii haleellaa Masjiidota irratti raawwatame balaalefftuun mormii jalqabe itti fufee jira
Haleellaa shororkeessitoonni naannoo Amaaraa Jum’aa dabre magaalaa Mooxaa keessatti raawwataniin, Masjiidota afur dabalatee qabeenyi hawaasa muslimaa heddu ibiddaan barbadaa’uu fi…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriira mormii Juma’aa boru biyya keessaafi alattiis gaggeefamuuf qophiin xumuramuun ibsame
Jum’aa dabre (halkan December 20) naannoo Amaaraatti haleellaan shoorarkeessitootaan Masjidoota 4 irratti raawwatamuun ifa. Gocha badii raawwatame kana, Koreen fala…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriira Mormii Guyyaa Boruu Ilaalchisee Ibsa Koree fala barbaadduu Hawaasa Muslimaa irraa Keenname
Eenyummaa fi kabajni ummata tokkoo kan madaalamu, humnoota badii mirgaafi kabajaa isaa dhiiban kanaaf jagnoota deebisaa kennan horatuu irratti hunda’a.…
Guutuu Dubbisi »










