Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmad ministeerota Haajaa Alaa Finland fi Kooriyaa Kibbaa simachuun waliin mari’ate
Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmad ministeera haajaa alaa Finland Peekaa Haaviisto har’a ganama waajjira isaatti simachuun, dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Ityoophiyaa walgahii ariifachiisa geggeesseen bajata bara 2012 raggaasise
Paarlaamaan Walgahii guyyaa har’aa geggeesseen karoora bajata bara 2012 dhiyaateef irratti mari’achuun sagalee guutuun raggaasise. Haaluma kanaan Manni Maree Bakka…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad badhaasa nageenyaa ‘UNESCO Peace Prize”jedhamu injifate
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad eega gara aangootti dhufe asittiĀ jijjirama biyya keessatti dhufaa jiru hogganuun, akkasumas naannawa baha Afrikaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii dhalattoota Ityoophiyaa Ameerikaa keessa jiraatanii, namoota miidiyaalee haawasa irratti haasawa jibbansaa geggeessan seraan gaafachiisuuf sochii jalqabuu ibse
Dubbii himaan mana marii dhalattoota Ityoophiyaa Ameerikaa keessatti argamuu Obbo Amsaaluu Tsaggaayee ejeensii Odeeyfannoo Ityoophiyaatiif akka ibseeti, “Manni Marichaa mirga…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Magaalaa Finfinnee Walgahii ariifachiisaa geggeesse
Manni marichaa walgahii ariifachiisaa guyyaa Kaleessaa geggeesseen, gabaasa raawwii hujii ji’oota jahan dabranii dhageeffachuun irratti mari’atee jira. Walgahii kana…
Guutuu Dubbisi » -

Kolleejjiin Imaamu Shaafi’ii Marsaa 9ffaa Barattoota Barsiisaa ture eebbisiise
Kolleejjiin Islaamaa Imaamu Shaafi’ii Godina Arsii Aanaa Hexosaa Magaalaa Goondeetti kan argamu yoo tahu, Sabtii kaleessaa barattoota idilee 36 fi…
Guutuu Dubbisi » -

Wirtuu Barnoota Diinii Islaamaa magaalaa Aliitti ijaaruuf sagantaan Tumsaa qophaayaa jira
Godina Baalee aanaa Agaarfaa magaalaa Aliitti Wiirtuu Barnoota diinii Islaamaa Daarul Hijraa ijaaruuf karoorri kan qabame yoo tahu , Waxabajjii…
Guutuu Dubbisi » -

Jeneraal Aadam Muhammad hogganaa walii galaa waraanaa ittisa biyyaa ta’uun muudame
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad guyyaa har’aa Jeneraal Aadam Muhammad hogganaa walii galiii ittisa biyyaa, Meejar Jeneraal Mollaa Hayilamaariyam ajajaa…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Naannoo Benshaangul Gumuz keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 57 ajjeefaman
Prezidantiin Naannoo Benshaangul Gumuz obbo Ashaadil Hasan.akka ibsetti, naannoo Benishaangul Gumuz, aanaa Daanguritti wixata dabre hidhatoota naannoo Amaaraa irraa dhufaniin…
Guutuu Dubbisi »










