Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Mootummaan Gaaffii Waraanni Makkalaakayaa kaaseef deebisaa kan kennu tahuu ibse
Haalli magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa har’aa uumamee ture nagayaan kan hiikame tahuun beekame. Waajjirri muummicha ministeeraa ibsa baaseen, guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaan Finfinnee haala hin beekaminiin muddama keessa kan galte tahuu gabaafame
Naannawa Masaraa mootummaa Araatkiloo jirutti waraanni Makkalaakayaa “gaaffii Mindaan”wal qabate kan kaasan tahuu gabaasaaleen ni mul’isu. Akka odeeyfannoon naannawa irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Godina Booranaa Ganda Dhaarriitootti muudateen lubbuun nama hedduu darbe.
Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo Ganda Dharriitoo jedhamutti konkolaataan boba’aa fi uummata walitti fe’ee Bulee Horaa irraa Mooyyaleetti imalaa ture, harree…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’waa guddaan magaalaa Suruphaatti gaggeeffame.
Guyyaa har’aa godina Booranaa aanaa Goomolee magaalaa Suruphaatti sagantaan da’waa guddaan gaggeeffame. kaayyoon sagantaa kanaa madrasaa magaalattii keessatti argamu haaromsuufi,…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guyyaa lamaaf turu Magaalaa Suruphaa keessatti Sabtii boruu kan jalqabamu tahuun beekame
Sagantaa da’awaa Godina Booranaa magaalaa Suruphaa keessatti geggeefamu kana irratti hirmaatuuf, Keessummoonni heddu biyya keessaa fi biyya alaa irraa gara…
Guutuu Dubbisi » -

Indiyaan Ittisa Misaa’elaa S-400 jedhamu Raashiyaa irraa bituuf walii galtee raawwatte
Prezdaant Vilaadmiir Puutiin walgahii idilee Raashiyaa fi Indiyaan waggaa waggaan waliin geggeessan irratti argamuuf, Khamiisa kaleessaa Indiyaa seene. Walgahichi guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan Magaalaa Kofaleetti geggeeffame
Sagantaan Da’awaa guddaan Jum’aa har’aa magaalaa Kofaleetti kan geggeeffame yoo tahu, hawaasni magaalaa kofalee lakkoofsaan heddu tahe sagantaa kana irratti…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Korrii Waliigalaa ADWUI dura taa’aa fi Itti aanaa dura taa’aa dhaabbatichaa filachuun xumurame
Korri Waliigalaa ADWUI 11ffaan magaalaa Hawaasaatti Arba’aa darbe jalqabame hardha kan goolabame yoo tahu, paartichi kora kana irratti dura taa’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Buufatni Xiyyaara Baalee Roobee eebbifame
Bufatni Xiyyaaraa kun imala Finfinnee fi Roobe jidduu torbaanitti guyyaa sadi, Arba’aa, Jum’aa fi Alhada kan kennu tahuun beekameera. Imalli…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa Poolisoota Federaalaa jiddutti uumameen lubbuun namaa dabre
Magaalaa Finfinnee naannoo Wolloo Safar jedhamutti walitti bu’iinsa poolisoota federaalaa jiddutti muudateen, poolisoonni 2 yoo du’an, 4 madaa’aniiru. Poolisiin yakkicha…
Guutuu Dubbisi »










