Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Ustaaz Muhammad Yaasiin hidhaa irra lakkifame
Ustaaz Muhammad Yaasiin namoota sababa gaaffii mirga amantaa hawaasni muslimaa kaasen, mootummaan dhiibamanii biyya irra baqatuun biyya Ormaa turan jidduu…
Guutuu Dubbisi » -

Munshid Anas Muhammad gara biyyaatti galuuf qophaayaa jira
Munshid Anas Muhammad Waggaa lama dura Sababa roorroo mootummaatiif biyyarraa baqatee Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraataa turuun isaa ni beekama.…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Buufata Doonii Asab Daawwate
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Foramii Chaayinaa-Afrikaa Beejiing keessatti qophaaye irratti hirmatuuf gara Chaayinaa imaluun isaa ni yaadatama. Foramii irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Jiraattonni Harargee Lixaa Haasawa itti aantuu Prezdaantii naannoo Oromiyaa morman.
Torbee lama dura jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Aanaalee fi Magaalota adda addaa irraa gara magaalaa Ciroo dhufuun, hoggantoota godinarraa ramadaman…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Goondaritti Barattoonni Qaroo dhabeeyyiin Qur’aana barataa turan eebbifaman
Barattoonni kun Qur’aana Bireelii irratti kan barataa turan yoo tahu, akka biyya keenyaatti yeroo jalqabaafi tahuus beekameera. Sagantaa eebba kana…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Liyyuu Poolisii aanaa Mi’eessootti lubbuu nama lamaa galaafate
Haleellaan kun kan raawwatame Harargee lixaa aanaa Mi’eessoo araddaa Waltaaneetti yoo tahu, namni lama ajjeefamuu fi namni tokko immoo madaa’uu…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin Mormituu Ginboot Sabaat gara Biyyaatti galaa jira
Eertiraa keessatti mandheefatee kan ture Paartiin Arbanyooch Ginboot Sabaat buufata waraana isaa kan Eertiraa keessatti argamu cufee karaa Humaraatiin gara…
Guutuu Dubbisi » -

Dargaggoonni Godinaalee Harargee lamaaniin magaalaa Harar keessatti marii geggeessaa jiran
Mariin kun guyyaa har’aa magaalaa Harar galma Calanqootti kan geggeefamaa jiru yoo tahu, Abbootii amantaa, abbootii Gadaa, abbootii qabeenyaa, hayyootaa…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Daawwaa Caffaatti Makkalaakayaa fi ummata jiddutti walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namaa darbe
Walitti bu’iinsi kun godina Walloo aanaa Daawwaa Caffaa iddoo Waladee jedhamutti kan muudate yoo tahu, waraanni Makkalaakayaa ummata irratti dhukaasuun…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa Magaalaa Sanbatee Ulamaa’ota biyyatti deebi’an haala hoo’aan simate
Naannoo Amaaraa Zoonii Oromoo Aanaa Jillee dhummuggaa magaalaa Sanbateetti, hawaasni muslimaa Ulamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa dhiheenya biyya alaa irraa galan…
Guutuu Dubbisi »










