Naannoo Amaaraa Zoonii Oromoo Aanaa Jillee dhummuggaa magaalaa Sanbateetti, hawaasni muslimaa Ulamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa dhiheenya biyya alaa irraa galan Sheikh Idriis Dagaanii fi Sheikh Muhammad Zayn Zahraddiiniif simannaa hoo’aa kan godhan tahuu maddeen gabaasan.
Related Posts
Ulamaa’onni gurguddoon fi hawaasni muslimaa Magaaloota adda addaa irraa gara magaalaa Sanbatee imaluun simannaa kana irratti kan hirmaatan tahuu odeeffannoon ni addeessa.