Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Poolisiin Federaalaa Nannoo Somaalee keessatti jeequmsa ji’a dabre ka’een lakkofsi namoota guyyaa tokkotti ajjeefamanii 96 tahuu beeksise
Hogganaan Poolisii Federaalaa Komishinar Zeeynuu Jamaal ibsa guyyaa hardhaa kenneen, Jeequmsa ji’a darbe Adoleessa 27/2010 magaalota gurguddoo Naannoo Somaalee keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni fi du’aatonni biyya Keennaa gurguddoon gara biyyaa deebi’an
Ulamaa’ota gurguddoo biyya keennaa jidduu Sheik Idriis Dagaan fi Sheik Muhammad zeyn Zaharaddiin Sa’udii irraa halkan edaa gara biyyaatti kan…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee aanaa Cinaaqsan keessatti haleellaa raawwateen nama 5 madeesse.
Guyyaa har’aa August 27/2018 araddaalee aanaa Cinaaqsan Zoonnii Makkaniisaa jalatti argaman keessatti, waraanni liyyuu poolisii naannoo Somaalee haleellaa raawwaatun namoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Majliisni Naannoo Hararii dhimmoota haala yeroo irratti kutaa hawaasaa adda addaa waliin mari’ate
Marii kana irratti Daa’iiwwan, Manguddoonni, Abbootiin Gadaa, Qeerroowwan fi qaamonni mootummaa naannichaa kan hirmaatan tahuun beekameera. Mariin kun Prezdantii…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni Godina Baalee aanaalee 20 irraa walitti dhufan haala yeroo irratti marii geggeessan
Ulamaa’onni baay’inni isaanii 100 ol tahan guyyaa har’aa August 25/2018 aanaalee godinichaa hunda irraa walitti dhufuun haala yeroo fi dhimma…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti Bu’iinsa Daangaa Naannoo Amaaraa fi Affaaritti umameen masjiidni gubame
Naannoo Affaar aanaa Uwwaatti, Kamisa darbe waaree booda naannawa sa’aa 11:00 saba Amaaraa fi Affaar jiddutti walitti bu’iinsi kan ka’ee…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Oromoo magaalaa Riyaad fi naannawa isii jiraatan miidhamtoota aanaa Mayyuu Mulluqqeetiif deeggarsa birrii 1,035,500 godhan
Guyyoota muraasa dura godina Harargee bahaa aanaa Mayyuu Mulluqqeetti haleellaa waraanni liyyuu poolisii raawwateen lubbuun nama 55 ol tahanii darbuu,…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Barakat Sim’oon koree jiddu galeessa warraaqsa saba Amaaraa irra uggurame
Koreen jiddu galeessa warraaqsa Saba Amaaraa guyyoota lamaaf walgahii irra kan ture yoo tahu, Obbo Barakat dabalaate Taaddasaa Kasaatis koree…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Qeellam Wallaggaati waraana mootummaa fi Waraana ABO jiddutti walitti bu’iinsi uumame
Walitti bu’iinsi kun kan uumame aanaa Jimmaa Horrootti guyyaa Arba’aa yoo tahu, ka’umsi immoo Qeerroon aanicha keessa jiran waldhabbii jidduu…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin mootummaa Naannoo Somaalee haarawni eenyuudha?
Obbo Musxafaa Muhammad Umar prezdaantii mootummaa naannoo Soomalee tahuun mudame, obbo Musxafaan miseensa paartii naannicha bulchaa jiru tahuu dhabus waggoota…
Guutuu Dubbisi »










