Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee Aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti haleellaa raawwateen namoonni heddu ajjefaman
Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee guyyaa har’aa Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Mulluqqee Araddaa Roggee jedhamu keessatti haleellaa raawwateen, yoo xiqqaate…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Ahmad Shidee Dura Taa’aa Paartii Dimokiraatawaa Ummata Somaalee Itoophiyaa ta’uun filatame
Koreen giddu galeessa Paartii Dimokiraatawaa Ummata Somaalee Ityoophiyaa guyyoota sadan darbanitti rakkoo naannicha keessatti muudate irratti marii geggeessaa ture xumuruun,…
Guutuu Dubbisi » -

Korri tokkummaa fi Tumsa Ulamaa’ota Itoophiyaa Milkiin goolabame
Walgahiin koree Hawaasa muslimaa Jijjiirama dhaabbataa fiduuf muummicha ministeeraatiin hundaayeen qophaa’e kun magaalaa Finfinnee Hoteela Kaapitaal keessatti kan geggeefame yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa jeequmsi naannoo Somaalee Keessatti ka’e tasgabbaayuu beeksise
Jeequmsa dhiheenya kana bulchiinsa Naannoo Somaalee magaalota adda addaa keessatti ka’een, lubbuun namaa fi qabeenyi heddu barbaada’uun ni yaadatama. Dhimma…
Guutuu Dubbisi » -

Walgahiin Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa irratti hirmaatan Finfinnee keessatti jalqabameera.
Korri tokkummaa fi Tumsa Ulamaa’ota Itoophiyaa guyyaa har’aa Magaalaa Finfinnee Hoteela Kaappitaal keessatti jalqabame kun, koree Hawaasa muslimaa Jijjiirama dhaabbataa…
Guutuu Dubbisi » -

Emreets fi Itoophiyaan Ujummoo Boba’aa Asab irraa hanga Finfinneetti Diriirsuudhaaf waliigalan
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad, Jum’aa hardhaa hooggantuun ministeera Tumsa Idil addunyaa Emreets Riim Alhashimii simachuudhaan marii geggeessanii jiru. Miss…
Guutuu Dubbisi » -

Walgahiin Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa irratti hirmaatan boru jalqabama
Koreen miseensa 9 qabu kan dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo akka geggeessuuf muummicha ministeeraatiin hundeeffame, Ulamaa’ota waliin mari’aatuuf waltajjii marii…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Daarul Aytam kan Mana Barumasa Awwaliyaa jalatti argamu hawaasa muslimaatiif deebifamee keenname
Markazni Daarul Aytam Mana Baruumsa Awwaliyaa jalaatti kan argamu yoo tahu, ijoollee Yatiimotaa ufitti fudhatee barsiisaa ture. Haata’u malee Markazni…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli hooggantoota Oromia Midia Network Qondaaltota Mootummaa Naannoo Amaaraa waliin mari’atan
Gareen hooggantoota dhaabbata Oromia Media Network Obbo Jawaar Muhammadiin durfamuu kun, har’a gara naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daar imaluun qondaaltota…
Guutuu Dubbisi » -

Hojjattoonni Daandii Xiyyaara Ityoophiyaa 36 tahan seeraan alatti hujjii irra aari’amne jedhu
Hojjatoonni dhaabbatichaa dalagaa irraa ari’aman kunniin akka jedhanitti, hoogganatoonni Daandii Xiyyaara Itoophiyaa, dhalattoota Saba Oromoo fi Amaaraa tahuu keennaa qofaaf…
Guutuu Dubbisi »










