Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Prezdaant Traamp Iiraan rukutuuf eega ajajee booda deebisee haquu gabaafame
Iiraan Xiyyaarri (droonii) basaasa Ameerikaa daangaa kiyyaatti ce’e jechuun kaleessa rukuttee kuffisuun eega mirkanaayee booda, Prezdaant Traamp Iiraan dogongora hamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Seeneetiin Ameerikaa karoora Traamp meeshaa waraanaa Sa’uudii fi Emreetitti gurguruuf baase uggure
Prezdaant Traamp hayyama Seeneetii Ameerikaatiin alatti meeshaa waraanaa Dolaara biiliyoona 8tti shallagamu Sa’uudii gurguruuf karoorfatee ture. Prezdaant Traamp gurgurtaan meeshaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad har’a galgala gara Suudaan kan imalu tahuu gabaafame
Mootummaan Ityoophiyaa wal dhabbii Suudaan keessatti uumame jaarsummaan furuuf carraaqqii jalqabuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan Dr. Abiy Ahmad June…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Droonii Ameerikaa daangaa cehuun basaasa irra turte kuffisuu beeksiste
Humni addaa waraana Iiraan IRGC jedhamu, xiyyaara/Droonii Ameerikaa daangaa biyyattii gama Kibbaa kutaa Hormuzgan jedhamu seenuun basaasaa turte rukutee kuffisuu…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Finfinnee keessa sochiin motorsaayikilii kan ugguramu tahuu ibsame
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waxabajjii 30,2011 eegalee imbaasiiwwanii fi dhaabbiilee hayyama tajaajila poostaa qabaniin ala sochii motorsaayikiliin godhamu hunda kan ugguru…
Guutuu Dubbisi » -

Sirni Awwaalcha prezdant Muhammad Mursii Magaalaa Kaayirootti raawwatame
Prezdaant Dr Muhammad Mursii bara 2012 filannoo dimokraatawaa yeroo jalqabatiif Masri keessatti geggeeffameen filatamee kan ture yoo tahu, guyyaa kaleessa…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan loltoota dabalataa gara Baha Jiddu Galaatti kan ergitu tahuu beeksiste
Ministeerri Ittisa Ameerikaa akka ibsetti, Ameerikaan dabalataan loltoota kuma tokko gara naannichaatti bobbaasuuf kan murteessite, Khamiisa darbe Galaana Omaan keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi namoota dhibee Koleeraatiin qabamanii dabalaa jiraatuu ibsame
Naannolee biyyattii 4 fi magaalaa Finfinnee keessatti namoonni 614 dhibee koleeratiin qabamuu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksise. Daayrektarri olaanaa inistiitiyuutichaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Suudaan duraanii Umar Al-Bashiir mana murtiitti dhiyaatuun gabaafame
Abbaan alangaa biyyattii prezdaant Umar Al-Bashiir malaamaltummaan kan himate yoo tahu, haaluma kanaan prezdaantichi eega April dabre taayitaa irraa fonqolchamee…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Boombii Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 10 ajjeefaman
Haleellaa Alhada har’aa magaalaa Maqdishoo naannawa masaraa mootummaatti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 10 kan ajjeefaman tahuu Poolisiin biyyattii ibse. Haleellaan…
Guutuu Dubbisi »










