Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Majliisni Qaraatii Sheikh Aadam Tuulaa Barattoota 2233 eebbisiise
Majliisni qaraatii Aaliima biyya keenyaa guddaa Sheikh Aadam Tuulaa, guyyaa kaleessa magaalaa Harar galma Calanqootti Barattoota waggaa 3 hanga 6tti…
Guutuu Dubbisi » -

Yaadannoo qabsaa’aa Jaarraa Abbaa Gadaatiif magaalaa Baddaannootti madarasaa ijaaruuf sagantaan galii walitti qabuu geggeeffame
Godina Harargee Bahaa magaalaa Baddannootti guyyaa hardhaa Yaadannoo Jaarraa Abbaa Gadaatiif, madrasaa fi mana barumsa Sadarkaa 1ffaa hanga qophaa’inaa barsiisu…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Fathi barattoota 45 Hifzii Qur’aanaatiin eebbisiise
Markazni Fathi kan godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Gimbiitti argamu, barattoota Hifzii Qur’aanaatiin waggaa lamaaf barsiisaa ture bifa hoo’aa ta’een galma…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Beegiitti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Godina Wallagga Lixaa magaalaa Beegiitti Sagantaan Muhaadaraa guddaan kan geggeeffame yoo ta’u, kaayyoon sagantaa kanaa Madrasaa Fathi kan barattoota 450…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensota Waraana Bilisummaa Oromoo Xoollaay turan jidduu namni 270 dhukkubsatanii hospitaala kan galan tahuu gabaafame
Miseensoonni ABO mooraa leenjii xoollaay jiran kunniin ganama har’aa Ciree summaaye nyaatanii kan dhukkubsatan yoo tahu, yeroo ammaa gara hospitaala…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Eebba TV Hamiltan magaalaa Harariitti geggeeffame
Sagantaa eebbaa kana irratti Ualamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa fi hundeessitoota TV Hamiltan dabalatee keessummoonni heddu, akkasumas hawaasni muslimaa magaalaa Hararii…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Yaman waggaa afur booda yeroo jalqabaatiif biyyattii keessatti wal gahii geggeessuu gabaafame
Miseensonni Paarlaamaa Yaman eega March/2015 lolli biyyattii jalqabamee asitti, yeroo jalqabaatiif Sabtii har’aa magaalaa baha biyyattiitti argamtu tan Seyon jedhamtu…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiilee Suudaan fonqolcha mootummaa waraanni biyyattii raawwate diduun mormii kan itti fufan tahuu gabaafame
Qondaaltonni waraana Suudaan guyyaa kaleessaa prezdaantii biyyattii waggaa dheeraa taayitaa irra ture fonqolchuun, biyyattiin waggaa lamaan itti aananiif too’annaa mana…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa magaalota gara garaa keessatti majliisa seeraan alaa balaleeffatuun hiriira geggeesse
Majliisa seeraan alaa irratti hawaasni Muslimaa mormii jalqabe har’as Jum’aa 3ffaaf kan itti fufee oole yoo tahu, har’a salaata Jum’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaaltonni mootummaa malaamaltummaan shakkaman heddu too’anna jala oolfaman
Poolisiin Federaalaa qondaaltota mootummaa 60 ol malaamaltummaan shakkaman too’annaa jala kan oolche tahuu gabaafame. Hanga ammaatti eenyummaan qondaaltota kanneenii kan…
Guutuu Dubbisi »










