header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Qondaaltonni mootummaa malaamaltummaan shakkaman heddu too’anna jala oolfaman

Poolisiin Federaalaa qondaaltota mootummaa 60 ol malaamaltummaan shakkaman too’annaa jala kan oolche tahuu gabaafame. Hanga ammaatti eenyummaan qondaaltota kanneenii kan hin beekkamin yoo tahu, Abbaan Alangaa Federaalaa har’a waaree booda dhimmicha irratti ibsa ni kenna jedhamee eeggama.

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button