Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ummanni Naayijeeriyaa filannoo prezdaantummaa fi miseensota paarlaamaatiif sagalee kennuu jalqabe
Komishiiniin filannoo Naayijeeriyaa torbee dabre hanqina meeshaalee filannoo fi lojistikii isa muudateen guyyaan filannoo February 23, 2019tti dabarsuu beeksisee ture.…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Suudaan Umar Al ““Bashiir mootummaa biyyattii diiguu beeksise
Prezdaant Albashiir har’aa irraa jalqabe mootummaan Federaalaa fi bulchiinsi naannolee diigamuu fi guutuu biyyattii keessatti labsiin yeroo muddamaa kan bahe…
Guutuu Dubbisi » -

Hariiroon Paakistaan fi Indiyaa hammaataa dhufuun, walitti gaarrifannaa waraanaa irra gahuu gabaafame
Torbee dabre kutaa Kaashimiir keessatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin loltoonni Indiyaa 42 eega ajjeefamanii booda, mootummaan Indiyaa hidhattoonni haleellaa kana raawwatan…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Israa’el Masjiid Al-Aqsaa weeraruun Falasxiinota Salaata Jum’aa irra turan heddu kan hidhe tahuu gabaafame
Israa’eel fulaa dallaa Masjiid al-Aqsaa Baabul-Rahmaa jedhamu cufuu isii mormuun, Isniina dabre irraa eegalee lammiileen Falasxiin fulaa kana duratti salaataa…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Muhammad Huseen Qumbii Magaalaa Itayyaatti qubsiifaman
Aalimni guddaan biyya keenyaa naannawa Adaabbaatti barattoota ilmii heddu barsiisaa turan Sheikh Muhammad Huseen Qumbii, guyyaa kaleessaa godina Arsii Aanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Harargee Lixaa keessatti namoota amantaa dawoo godhatuun hawaasa jeeqaa turan irratti adabbiin hidhaa waggaa lamaa murteeffame
Godina Harargee lixaatti manni murtii aanaa Odaa Bultum dhaddacha guyyaa har’aa ooleen, garee amantaa Waaqeffannaa dawoo godhatuun hawaasa magaalaa Baddeeysaa…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Traamp teeknolojii Niwukilarii waraanaa Sa’uudii gurguruuf kan yaalaa jiru tahuu gabaafame
Kongirasii Ameerikaatti koreen too’annaa Niwukilarii gabaasa mana marichaatiif dhiheesseen akka jedhetti, bulchiinsi Traamp teeknolojii oomisha Niwukilarii Sa’uudii gurguruuf dhoksaan kan…
Guutuu Dubbisi » -

Jiraattonni magaalaa Galamsoo hiriira mormii geggeessan
Godina Harargee lixaa magaalaa Galamsoo keessatti ummanni ganama hardhaa hoggantoota aanichaa mormuun hiriira kan bahe akka taheefi, dhaadannoowwan adda addaa…
Guutuu Dubbisi »










